Set up a connection to text files

Qindaa'inoota kuusdeetaa dhangii barruun olgalchan ifteessa.

Dhangii barruu kuusdeetaa keessatti, deetaan kan kuufamu faayilii ASCII kan dhangoofne keessattii, iddoo galmeen tarree of keessatti qabuu dha.Dirreewwan deetaa kan adda hiraman gargareessaadhan. Barruun dirree deetaa keessa jiru kan hiramu mallattoo waraabbiitin.

Xurree gara faayiloota barruutti

Xurree gara barruu faayilii ykn faayilootaatti galchi. Yoo faayilii barruu tokko barbaadde, fufaa maqaa faayilaa kamiyyuu fayyadamuu dandeessa. Yoo maqaa ukaankaa galchite, faayilli barruu ukaankaa kana keessa jiru fufaa *.csv jedhu faayilii kuusdeetaa barruu mirkaneessuuf qabaachuu qaba.

Sakatta'i

qaaqa faayila filame banuuf cuqaasi.

faayilii barquu (*.txt)

Faayiloota txt argachuuf cuqaasi.

faayilii 'qoodduun gatii adda baasa' (*.csv)

Faayiloota csc argachuuf cuqaasi.

Maamiloo

Gahiinsa maamiloo faayiloota cuqaasi. Saanduqa tarree keessatti itti fufaa galchi.

Adda baaftuu dirree

Enter or select the character that separates data fields in the text file.

Adda baaftuu barruu

Enter or select the character that identifies a text field in the text file. You cannot use the same character as the field separator.

Adda baaftuu deesimaalii

Enter or select the character that is used as a decimal separator in the text file, for example, a period (0.5) or a comma (0,5).

Adda baaftuu kumaatamaa

Enter or select the character that is used as a thousands separator in the text file, for example a comma (1,000), or a period (1.000).

Masaka Kuusdeetaa