Walindhaa Kuusdeetaa Oracle

Kuusdeetaa Oracle argachuuf filannoo adda baasa.

Kuusdeetaa Oracle

Gahiinsa kuusdeeta Oraakilii Solaris ykn Linux irraa ooftuu JDBC fayyadamuu ni dandeessa. Foddaa irraa kuusdeetaa gahuuf, ooftuun ODBC ni barbaachiisa dha.

Saanduqa Madda Deetaa URL keessatti, bakka kaadhimaa kuusdeetaa oraakilii galchi. Caasimni URL gosa kuusdeetaa irratti hundaa'a. Odeeffannoo irra caaluuf galmee ooftuu JDBC waliin dhufe ilaali.

Kuusdeetaa Oraakiliif, caasimni URL kan ta'u:

oracle:thin:@hostname:port:database_name

Maqaa kuusdeetaa Oracle

Maqaa kuusdeetaa Oracle galchi.

sarvarii URL

sarvarii kuusdeetaaf URL galchi.

Lakkoofsa Buufataa

Kaadhimaa kuusdeetaaf lakkoofsa buufataa galchi.

Oracle JDBC Driver Class

Maqaa ooftuu JDBC galchi.

Kutaa yaalii

Qindaa'inoota amma waliin walindhaa yaala.

Dhugoomsuu

Masaka Kuusdeetaa