walindhaa ODBC

Kuusdeetaa ODBC dhaaf qindaa'inoota adda baasa.

LibreOfficekeessatti gabatee kuusdeetaa gulaaluuf ykn galmee kuusdeetaatti dabaluuf, gabateen dirree kasaa adda ta'e qabaachuu qaba.

Hujeffannoo Solaris fi Linux irratti, iddoo ooftuu ODBC ooftuu JDBC fayyadami. Hojjoommii ODBC Solaris fi Linux irratti http://www.unixodbc.org ilaali.

Foddaa irratti kuusdeetaa Maayikiroosooft Aksasiitti walqabsiisuuf, ADO ykn walquunnama kuusdeetaa Aksasii ODBCn alatti fayyadami.

Sajoo Yaaddannoo

ODBC dhaaf ooftuun kan dhiyaatuu fi gargaaramuu oomishituu kuusdeetaa dhaa. LibreOfficen kan gargaaru durtii ODBC 3 qofa.


Maqaa kuusdeetaa ODBC

kuusdeeaa faayilaa keessatti xurree galchi.

Sakatta'i

Qaaqa filannoo madda deetaa ODBC banuuf cuqaasi.

Madda deetaa filadhu

ODBC fayyadamtee madda deetaa kam akka qabsiisuu barbaadde filadhu. booda OK. cuqaasi.

Dhugoomsuu

Masaka Kuusdeetaa