Walindhaa Maayikiroosoofti aksasii

Faayila kuusdeetaa maayikiroosoofti aksasii ykn aksasii 2007 keessatti qindaa'inoota ifteessa.

See also the English Wiki page https://wiki.documentfoundation.org/MSA-Base_Faq.

Faayila kuusdeetaa Maayikiroosooftii Aksasii

Gara faayila kuusdeetaa adda baasa.

Sakatta'i

qaaqa faayila filame banuuf cuqaasi.

Masaka Kuusdeetaa