Masaka Kuusdeetaa
Masakni kuusdeetaa faayila kuusdeetaauuma innis odeeffannoo waa'ee kuusdeetaa of keessatti qabata.
Gosa dalagaa fi kuusdeetaa irratti hundaa'ee, Masakni Kuusdeetaa tarreeffama adda addaa qabata.
Kuusdeetaa haaraa uuma, faayila kuusdeetaa bana, yknkuusdeetaa dura tureen walqabsiisa.
Akka ati kuusdeetaa galmeessuuf, gulaaluuf kuusdeetaa banuu, ykn gabatee haaraa galchuu ifeessa.
-
Yoo Masaka Kuusdeetaa walindhaa dura tureef faayila kuusdeetaa uumuuf bante, tarii gulantaan hedduun xurree, odeeffannoo dhugoomsuu, fi kan kna fakkaatan adda baasuuf gargaaran jiraachuu danda'u.
Walindhaa faayila barruu qinddeessi.
Walindhaa Maayikroosooftii axasasii qindeessi.
Walindhaa ADO qindeessi
Walindhaa LDAP qindeessi
Walindhaa dBASE qindeessi
Walindhaa JDBC qindeessi
Walindhaa kuusdeetaa Oracle qindeessi
Qindaa'inoota MySQL
Qindaa'inoota ODBC
Walindhaa wardii qindeessi
Dhiisi
Dhiisi cuqaasuun jijjiirama wrramee tokkolee osso olhinkaaiin qaaqa cufa.
Duuba
Filannoowwan qaaqa keessatti ejattoo duraa irratti uumaman mul'isi. Qabduun kun fuula lama irraa qofa kakkaafamuu danda'a.
Itti aanee
Qabduu itti aanee cuqaaasi, akkasumas masakichi haalataalee qaaqa ammee fayyadama sana booda gara eejjatoo itti aanutti fufa. Yoo eejattoo xumuraa irra jiraatte, qabduun kun Uumi ta'a.