dBASE

Kuusdeetaa dBASE dhaaf qindaa'inoota adda baasi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Akaakuu foddaa faayilii kuusaa deetaa dBASE keesaa, Gulaali - Kuusaa deetaa - Amalootafili


Quunnamtiilee gabateewwan gidduutti uumuuf, LibreOffice irraa JDBC YKN ODBC fayyadami.

Galmeewwan ka'aa hin taane agarsiisa

Galmeewwan faayila keessa jiran agarsiisa, akka haqamaniif kan mallattoon itti godhame dabalatee. Yoo saanduqa filannoo kana filatte, galmeewwan haquu hin dandeessu.

Dhangii dBASE keessatti,galmeen haqame faayila keessatti hafa.

Jijjiirama kamiyyuu kuusdeetaa irratti adeemsistee mul'isuuf, walindhaa kuusdeetaa cufi, fi san booda kuusdeetaa walqabsiisi.

Gurmuu Arfii

Kuusdeetaa mul'isuuf fayyadamte lakkaddaa jijjiirraa LibreOffice keessatti filadhu. Inni kun kuusdeetaa hin miidhu. Arfii durtii sirna dalagaa fayyadamuuf "Sirna" filadhu. Barruu fi kuusdeetaawwan dBASE dheerina arfii dhaabbataatti murtaa'a, arfiileen hundi lakkoofsa baayitii walfakkaatuun lakkaddaa'u.

Moggaasa ittisamoota SQL92 fayyadami

Maqaalee arfiilee madda kuusdeetaa keessatti ittisamoota moggaasuu SQL92 tiin walii galan fOnly fayyadaman qofaaf heyyama. Arfiilee kan biroo hundi ni tuffatamu. Maqaan hundi qubxiqqaa, qubguddaa, ykn jalmura( _ ) dhaan eegaluu qaba. Arfiileen hafan qubeewwan ASCII, jalmuraa, fi lakkoofsota ta'uu danda'u.

Kasaalee

Qaaqa Kasaalee jedhu bana, iddoo ati kuusdeetaa dBASE ammaa kasaalee gabatee walitti qabuu dandeessa.