Quunnamtiilee

Ajajni kun foddaa Saxaaxa Quunnamtii banuu, walitti dhufeenya gabateewwan kuusdeetaa hedduu moggaasuuf gargaara.

Asitti dirreewwan deetaa wal fakkataaniin gabateewwan adda addaa gara kuusdeetaa ammaan walitti hidhuu dandeessa. Sajoo Walquunnamtii Haaraajedhu cuqaasii walitti dhufeenya uumuuf, ykn salphumati harkisii-fi-dhiisi hantuutee fayyadamuun.

Ajaja kana bira gahuuf...

Foodaa faayilii kuusaa deetaa keessaa Meshaalee - Firoominootafili


Sajoo Yaaddannoo

Faankishiniin kun kan argamu yoo ati walitti kuusdeetaa walitti dhufeenyaa walin hojjatta ta'ee dha.


Yoo Meeshalee - Walitti dhufeenya jedhu bante, gabateewwan kuusdeetaa ammaa gidduu walitti dhufeenya jiru hundaa kan agarssisu foddaan ni banama. Yoo walitti dhufeenyi adda bahuu baate, ykn gabateewwan kuusdeetaa walitti fiduu barbaade, sajoo Gabateewwan Dabali jedhu cuqaasi. Qaaqni Gabateewwan Dabali jedhu ni banama innis iddoo ati gabateewwan barbaadde itti filattuu dha.

sssssssSajoo

Gabateewwan Saagi

Sajoo Yaaddannoo

Yoo foddaanSaxaaxa Quunnamtii baname,gabateewwan filaman haaromuu hin danda'ani.Kunis yeroo quunnamtiileen uumaman gabateewwan akka hin jijjiiramnee dha.


Gabateewwan filaman gara gubbaa saxaaxa mul'annootti argamu. Foddaa gabatee gara halqara baafataan ykn furtuu Haqi jedhuun cufuu dandeenya.

Gabatee siqsii hamamtaa isaa fooyyeessi

Akka fedhii keetitti gabateewwan hamamtaa isaanii jijjiiruu ni dandeessa.Gabateewwan siqsuuf, iddoo gara gubbaa barbaaddutti harkisi.Hanga gabateen hamamtaa barbaadde argattutti hamamtaa isaa hir'isi ykn guddisi hantuutee gara gubbaattii ykn cinaatti harkisi.

Furtuu dursaa fi furtuu kan biraa

Gabateewwan adda addaa gidduutti quunnamtii uumuu yoo barbaadde, isa furtuu dursaa kan ifaan dirree deetaa adda baasuuf gargaara. Deetaa gabatee kanaa argachuuf furtuu dursaa gabatee biraa irraa ilaaluu dandeessa. Dirreewwan deetaa hundi furtuuwwan dursaa kana agarsiisan akka furtuu alaantootti ilaalamu.

Dirreewwan deetaa hundi furtuu dursaa irratti irkatan foddaa gabatee keessatti kan adda bahan furtuu mallattoo xiqqoo dhaani.

Walquunnamtii moggaasi

Quunnamtiileen hundi dura turan foddaa quunnamtii keessatti sarara dirree furtuu dursaa fi kan biraa walqabsiisan irratti mul'atu. Quunnamtii dabaluuf harkisii-fi-dhiibi fayyadamuun dirree gabatee tokko keessaa gara dirree gabatee biratti dhiisuuf ta'a. Quunnamtiin ni haqama ammas filachuudhaan furtuu Haqi jedhu dhiibi.

Akka filmaataatti, sajoo Quunnamtii Haaraa jedhu cuqaasuun gara gubbaa dirree quunnamtii jiruu fi walquunnamtii gabateewwan lama gidduu qaaqa Quunnamtiilee jiru ibsa.

Sajoo

Qunnamti Haaraa

Sajoo Ofegannoo

Yoo LibreOffice akka fuuldura-dhuma quunnamtii kuusdeetaa, uumamnii fi haquun waalquunamtiilee kuufannoo hatattamaa LibreOffice keessatti hin kaa'amu, garuu kallattiin gara kuusdeetaa alaantootti dabarsa.


Sarara walqabsiistuu lama cuqaasuun, quunnamtiitti amaloota murtaa'an moggasuu dandeessa. Qaaqni Quunnamtiilee jedhu ni banama.