Saxaaxa kasaa

Qaaqni Saxaaxa Kasaa jedhu akka kasaalee gabatee ammaaf gulaaltu si gargaara.

Ajaja kana bira gahuuf...

Foddaa faayilii kuusaa deeta keessaa, sajoo Gabatee cuqaasi. Saaguu - Gabatee Saxaxa yookin Gulaali - Gulaalifili


Saxaxa Gabatee

Tarreeffama kasaa

Kasaalee jiran agarsiisa.Kasaa tarree keessaa filadhu gulaaluuf. Gadi fageenya kasaa filamee qaaqa keessatti argama.

Kasaa haaraa

Kasaa haaraa uuma.

Kasaa ammaa haqi

Kasaa ammaa haqi.

Kasaa ammaa maqaa haaraa baasi

Kasaa ammaa maqaa haaraa baasi.

Kasaa ammaa olkaa'i

Kasaa ammaa madda deetaa keessatti kuusi.

Kasaa ammaa haaromsi

Qindaa'noota yeroo qaaqni eegalu qabutti kasaa ammaa haaromsa.

Liixaa kasaa

Akkuma liixaa kasaa ammaa jijjiirtee fi san booda kasaa biraa yoo filatte, jijjiiramni yeruma sana gara madda deetaatti dabra. Qaaqa qofa dhiisuu, ykn kasaa kan biraa filachuu, yoo jijjiiramni guutumaa guutuutti madda deetaan galateeffame. Ta'ullee, sajoo Kasaa Ammaa Haaromsi jedhu cuqaasuun jijjiirama gara dura turetti deebisuu dandeessa.

Addata

Kasaan ammaa gatii addaa qofa ykn kan biraa adda baasuu isaa agarsiisa. Filannoo Addaa mirkaneessuun deetaan al lama akka dirreetti hin galchinee fi amanamuummaa deetaa mirkaneessa.

Dirreewwan

Iddoon Dirreewwan jedhu tarreewwan dirree gabatee ammaa keessa jiran agarsiisa. Yoo barbaadde dirreewwan hedduu filachuu dandeessa. Dirree filannoo irraa balleessuuf, jalqaba tarree irratti galcha duuwwaa filADHU.

Kasaa dirree

Gabatee ammaa keessaa dirreewwan tarree agarsiisa. Dirree tokkoo ol filachuu dandeessa.

Tarree foo'insa

Tarree foo'insa.

Cufi

Qaaqa cufi.