Saxaaxa Gabatee

Foddaa Saxaaxa Gabatee keessatti gabatee haaraa uumuu ykn caasaa gabatichaa gulaaluu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Fooddaa faayilii kuusaa deetaa keessaa, sagoo gabatee cuqaasi. Saaguu - Gabatee Saxaxaa yookin Gulaala - Gulaalafiladhu


Ilaalcha Gubbaa Kuusdeetaa

Saxaxa Gabatee

Foddaan kabala baafataa kan mataa ofii qaba. Dabalataan ajaja armaan gadii qaba: Saxaaxa Kasaa

Iddoo hiika gabatee

Iddoon kun iddoo caasaan gabatee itti hiikamuu dha.

Maqaa dirree

Maqaa dirree deetaa adda baasa. Note the database restrictions, such as the length of the name, special characters and spaces.

Gosa Dirree

Gosa dirree adda baasa.

Ibsa

Ibsa filannoo adda baasa.

Tarreen irraantoo ajaja qabiyyee baafataa kanaa gadii of keessaa qaba:

Muri

Tarree filame gara gabatee muraatti mura

Garagalchi

Tarree filame gara gabatee muraatti garagalchi

Maxxansi

Qabiyyee gabatee muraa maxxansi.

Haqi

Tarree filame haqa.

Tarreewwan Galchi

Tarree duuwwaa tarree isa ammaa gubbaatti galchi, yoo gabatee olkaa'amuu baate. Tarree duuwwaa gara dhuma gabateetti galchi yoo gabateen olkaa'ame.

Furtuu Dursaa

Ajajni kun mallatto mirkaneessu qabaae, dirreen deetaa sarara kana keessa jiru furtuu dursaati. Ajaja cuqaasuun haalojii kakaasuu/ kaka'uumsala dandeessa. Ajajni kan mul'atu yoo maddi deetaa furtuu dursaa gargaare qofaa dha.

Amaloota dirree

Dirree amma filameef amaloota dirree hiika.

Dheerina

Dheerina dirree deetaa adda baasa.

Iddoo deesiimaalii

Dirree lakkoofsaaf ykn deesimaaliif lakkoofsa iddoo deesimaalii adda baasa.

Gatii durtii

Galmee deetaa haaraa keessatti gatii durtii adda baasa.

Fakkeenya dhangii

Displays the format code that you can select with the ... button.

...

Sajoon kun Dirree Dhangii qaaqa jedhu bana.

Iddoo gargaarsaa

Barruuwwan gargaarsaa agarsiisa.