Saxaxa Gaafataa

Kuusdeetaa uumuu fi gulaaluuf kan gargaaru Mul'annoo saxaaxa Gaafataa dha.

Ajaja kana bira gahuuf...

Foodaa faayilii kuussaa deetaa keessaa, sajoo Gaaftaalee cuqaasi, kana booda Guulaalii - Guulaalii fili


Sajoo Yaaddannoo

Kuusdeetaa baay'een gaafatatti fayyadamee gingilcha ykn gabateewwan kuusdeetaa tartiiba qabsiisee kompitara kee irratti kuusawwan agarsiisu.Mul'annoon akkuma gaafataa dalagaa walfakkaatu kenna,garuu gara kaadhimaatiin.


Sajoo Yaaddannoo

Ajaja Mul'annoo Uumijedhu Gabateewwan caancalaa galmee kuusdeetaaa keessaa filadhu, foddaa Saxaaxa Mul'annoo ni argama Saxaaxa Gaafata foddaan sunis akka gadiitti ibsame.


Teessumni foddaa Saxaaxa Gaafataa gaafata uumame keessatti kuufama,garuu mul'annoo uumame keessatti kuufamuu hin danda'u.

Saxaaxa Mul'annoo

Gaafata uumuf, sajoo Gaafattoot cuuqaasii galmee kuusdeetaa keessaa,itti aansee isa kana cuqaasi Gaafata Saxaaxa Mul'annoo keessatti uumi.

Saxaaxa Mul'annoo inni garjalaa iddoo ati define gaafattu. Gaafata hiikuuf, kuusdeetaa adda baasi maqoolee dirree itti dabaluuf fi ulaagaa dirreewwan agarsiisuuf. Tarjaalee gara jala saxaaxa mul'annoottii argamu waljara jijjiiruuf, irraantoo tarjaalee gara iddoo haraati harkisi, ykn tarjaalee erga filtee +xiyya furtuu dhiibi.

Gara gubbaa gaafata Saxaaxa Mul'annoo Foddaa, kan icons isa kanaa Saxaaxa Gaafataa Kabala fi Saxaaxa kabala ni argama.

Yoo gaafata yaaluu barbaadde,maqaa gaafataa galmee kuusdeetaa keessaa lama cuqaasii.Yaadannoo:gabateen mul'ate kun yeroodhaafi.

Furtuuwwan Gaafata Saxaaxa Mul'annoo

Furtuu

Dalaga

F4

Durargii

F5

Gaafata kaasii

F7

Gabatee ykn Gaafata ida'i


Sakatta'i

When you open the query design for the first time, you see a dialog in which you must first select the table or query that will be the basis for your new query.

Gaafatatti ida'uuf dirreewwan lama cuqaasi. Harkisi kaa'i qunnamtii ibsuuf.

Sajoo Yaaddannoo

Yeroo mul'annoo saxaaxxu,gabateewwan filaman fooyyeessuu hin dandeessu.


Gabateewwan Haqi

Gabatee Saxaaxa Mul'annoo keessaa haquuf,gara gubbaa foddaa gabatee cuqaasii fi baafata halqara agarsiisi.Ajaja Haqi jedhun gabatee saxaaxa mul'annoo keessaa haqi.Filannoon kan biraa furtuu Haqi jedhu dhiibi.

Gabatee siqsii hamamtaa isaa fooyyeessi

Akka fedhii keetitti gabateewwan hamamtaa isaanii jijjiiruu ni dandeessa.Gabateewwan siqsuuf, iddoo gara gubbaa barbaaddutti harkisi.Hanga gabateen hamamtaa barbaadde argattutti hamamtaa isaa hir'isi ykn guddisi hantuutee gara gubbaattii ykn cinaatti harkisi.

Quunnamtii Gabateewwanii

Yoo quunnamtiin deetaa dirreewwan maqaa gabatee tokko keessa jiraate fi maqaan dirree gabatee biraa keessatti argama ta'e,gaafata keetiif quunnamtii kana fayyadamuu dandeessa.

Fakkeenyaaf,yoo wardii barruu lakkofsa barruutiin adda bahan, fi wardii maamilaa iddoo barruun hundi itti galmaa'u maamilaan lakkofsa barruu walgitu,san booda "lakkofsa barruu" gidduu walitti dhufeenyi ni jirachuu danda'a.Yoo gaafata barruu maamilaan ajaje hundasa uumuu barbaadde,wardii lamarra deetaa kebaafachuu qabda.Kana gochuuf,kana himi LibreOffice wardii lamaan gidduu quunnamtii jiru himuu qabda.

Kana gochuuf, maqaa dirree gabatee keessa jiru cuqaasi (fakkeenyaaf, gabatee Maamilaa keessaa maqaa dirree "Lakkoofsa-Wantootaa" ) erga sajoo hantuutee gadqabdee booda maqaa dirree tokkoo gara maqaa dirree isa biratti harkisi ("Lakkoofsa-Wanootaa" gabatee Wantootaa keessaa).Yoo sajoo hantuutee gadi lakkiftu, sararri dirreewwan laman walqabsiisu foddaa laman keessatti ni mul'ata.Gaafata SQL keessatti qabiyyeen maqaalee dirree lamanii iddoo barbaachisaatii galuu qaba.

Uumamni gaafataa iddoo kan Wardiilee hedduun walquunnmtii qaban kan danda'amu yoo LibreOffice kana akka quunnamsiisaa kuusdeetaatti fayyaamtee.

Sajoo Yaaddannoo

Kuusdeetaa gaafata adda addaa keessa jiru keessaa gabateewwan argachuu hin dandeenyu.Gaafattotni gabateewwan hedduu qaban kuusdeetaa tokko keessatti qofa uumamuu danda'u.


Gosa walqabsiisaa adda baasuu

Yoo sarara dirreewwan lamaan walqabatan walqabsiisan lama-cuqaaste ykn ajaja kabalaa bilbili Saagi - Quunnamtii Haaraa, gosa walqabsiistuu Walquunnamtiilee qaaqa adda baasuu dandeessa.

Filannoof, hanga sararri filamutti Tab dhiibi, itti aansee dhiibi Shift+F10 kabala agarsiisuuf fi ajaja filadhu Gulaali. Kuusdeetaan tokko tokko walitti dhufeenya xiqqoo gargaara.

Walquunnamtii Haquu

Walquunnamtii gabateewwan lama gidduu jiru haquuf,sarara walquunnamsiise cuqaasi fisan booda furtuu Haqi jedhu dhiibi.

Akka filannootti, Dirreewwan argaman keessatti qaaqaQunnamtii argaman haqi. Ykn Caancala dhiibi hanga veektaariin walitti hidhu yoo agarsiifame, itti aansee Shift+F10 dhiibi qabeentaa baafataa banuuf ajaja Haqi filadhu.

Gaafata Qindeessi

Haala qindeessa gaafataa filadhu. Gaafataaf tarjaaleen hundi saxaaxa gabatee ni fudhata. Buliyaanii AND waliin haalli tarree tokko keessa jiru walitti qabata.

Maqaa dirree adda baasi

Dura, gabateewwan keessaa maqaawwan dirree gaafatatti dabaluu barbaaddu filadhu.Isa kana harkisi kaa'i jedhuun hojjechuu dandeessa ykn maqaa dirree foddaa gabatee keessaa cuqaasuun.Mala harkisi kaa'i,hantuutee fayyadamii maqaa dirree foddaa gabatee keessaa saxaxa gaafataa gadiitti harkisi.Tarjaalee kam akka dirreetti dabaluu barbaaddu murteessuu.Maqaa dirree lama cuqaasuun filadhu.San booda gara tarjaalee itti aanutti dabalama.

Maqaalee dirree haquu

Gaafata keessaa maqaa dirree dhiisuuf,dursa tarjaalee dirree erga cuqaastee booda ajaja Haqi jedhu tarjaaleef filadhu.

Gaafata Olkaa'i

Gaafta olkaa'uuf sajoo Olkaa'i durtii kabala irraa fayyadami. Qaaqa akka maqaa gaafataa galchituu si gaafauu agarta. Yoo kuusdeetaan gursa ni gargaara ta'e, gursa itti galchuu dandeessa.

Gursa

Maqaa gursa gaafataaf ykn mul'annoo gabateef bakka bu'ee itti galchi.

Maqaa gaafataa ykn maqaa mul'annoo gabatee

Maqaa gaafataa ykn mul'annoo gabatee itti galchi.

Deetaa gingilchuu

Gaafataf deetaa gingilchuuf, fedhiilee barbaadaman gara jala Saxaaxa Mul'annoo irrati sirreessi.Sararri kanaa gadii ni argama:

Dirree

Maqaa dirree deetaa gara gaafatatti ibsite galchi. Ijaarsi gara jala tarreetti argaman hundi dirree ibsu. Yoo man'ee kakaaste hantuutee cuqaasuun If you activate a cell with a mouse click you'll see an xiyya qabduu agarta, innis dirree filachuuf si gargaara. Filannoon "Table name.*" jedhu dirreewwan deetaa filuu fi ulaagaan kunis dirreewwan gabatee hundaaf gargaara.

Maqbiroo

Maqbiroo adda baasa. Maqbiroon kun dirree maqaarra gaafata keessatti eerama. Inni kunis akka tarjaalee asxaalee hiika fayyadamaatti fayyadamu gargaara. Fakkeenyaf, dirreen deetaa maqaa PtNo qabaatee fi, iddoo maqaa sanaa, ati immoo akka PartNum gaafata keessatti argamu barbaadda, kanaaf PartNum akka maqbirootti iti galchi.

Hima SQL, keessatti maqbiroon akka kanaa gadiitti ibsama:

SELECT tarjaalee AS maqbiroo FROM gabatee

Fakkeenyaf:

SELECT "PtNo" AS "PartNum" FROM "Parts"

Gabatee

Gabateen kuusdeetaa walgitan dirree deetaa filaman asitti argama. Yoo man'ee hantuutee cuqaasuun kakaastee, xiyyi gaafata ammaa keessaa gabatee biraa filuuf si gargaaru ni agarta.

Fooyi

Yoo man'ee cuqaaste, filanno foo'insa keessaa filachuu dandeessa: olee, irraa gadi fi hin fo'amne. Dirreen lakkoofsaa qubeen fi dirreen lakkofsaa immoo lakkofsan fo'ama. Kuusdeetaa baay'eef, bulchaan mala fo'insaa uummachuu danda'a.

Argamaa

Yoo amala Argamaa dirree deetaaf, dirreen sun gaafata keessatti argama. Haala uumuuf dirree deetaa qofa yoo fayyadamte,agarsiisuun diqama miti.

Ulaagaa

Ulaagaa kamtu qabiyyeen dirree deetaa kam akka gingilchamu adda baasuuf gargaara.

ykn

Sarara tokkon tokkoo keessatti ulaagaa dabalaa itti gingilchitu itti galchuu dandeessa.Ulaagaa hedduun tarjaalee tokko keessatti YKN walqabata.

Yoo barbaadde immoo qabiyyee baafata dursa sararaa gara jala saxaaxa gaafataatti fayyadamtee dalagaaf itti galchuu dandeessa.

Dalagaalee

Dalagaaleen ati kaastu kuusdeetaa irratti hundaa'a.

Kuusdeetaa HSQL wajjin hojjechaa jirta yoo ta'e, akaakuun saanduuqaa Dalagaa tarree filannoo kanaa gadii si gargaara:

Dirqalaalee

SQL

Galtee

Dalagaa malee

Dalagaan hin hojjoomne

Jiddoommii

AVG

Dirreef jiddugala herregaa isaa herrega

Lakkaa'i

COUNT

Lakkoofsa galmee gabatee keessaa murteessi.Dirreewwan duuwwan akka (a) ykn miti (b)tti lakka'ama.

a) COUNT(*): Asteeriiksii akka qajeelfamaatti galmeewwan gabatee keessa jiran lakka'an dabarsa.

b) COUNT(column):Iddoo maqaan dirree gaaffii keessa jiru qofa maqaa dirree sanaa lakka'an akka qajeelfamaatti dabarsa.Gatii duuwwee(dirreewwan duuwwaa)n hin lakka'amu.

Irraantoo

MAX

Gatii gudda dirree adda baasi.

Gad'aantoo

MIN

Gatii xiqqaa dirree adda baasi.

Ida'ama

SUM

Bu'aa ida'ama dirreen walgitu herregi

Garee

GROUP BY

Gaafata deetaa akkaataa maqaa dirree filameetti qoqqooda.Dalagaaleen akkaataa qoqqooddaa isaanitti raawwatamu.SQL keessatti,filannoon kun haraggoo GROUP BY jedhuun walgita.Yoo ulaagaan dabalame, galfanni kun akka SQL HAVING tti mul'ata.


Fakshinii waamuu kallattiidhumaan hima SQL keessatti galchuu dandeessa.caasimni isaas:

SELECT FUNCTION(tarree) FROM gabatee.

Fakkeenyaaf,SQL keessatti ida'ama herreguuf fakshiniin waamnu:

SELECT SUM("Gatii") FROM "Keeyyata".

Fakshinii Garee jedhuun alatti,fakshinoonni kanaa olii fakshinii agrigeetii jedhamu. Fakshinoonni kun deetaa shallaganii goolaba bu'arraa uumuf.Fakshinoonni dabalataa sanduuqa keessatti hin tarreeffamnees ni danda'ama. Inni kunis kan hundaa'u kuusdeetaa murtaa'e irratti. Odeeffannoo ga'aa waa'ee ooftuu fakshinii argachuuf sirna kuusdeetaa keetii ilaalladhu.

Fakshinoota biraa sanduuqa tarree keessatti hin tarreeffamne fayyadamuuf, isa kana Dirree jalatti galchuu qabda.

Fakshinii waamte maqbiroon moggaasuu dandeessa.Yoo gaafatni gara gubbaa arjaaleetti hin agarsiifamu ta'e,maqaa barbaadame Maqbiroo jalatti galchi.

Fakshiniin walgita hima SQL keessaa:

SELECT FUNCTION() AS maqbiroo FROM gabatee

Fakkeenya

SELECT COUNT(*) AS lakka'i FROM "Meeshaa"

Sajoo Yaaddannoo

Yoo fakshinii kana kaaste,gaafataaf tarjaalee dabalataa itti galchuu hin dandeessu garuu tarjaalee kana akka "Garee"tti fudhachuu dandeessa.


Fakkeenyota

Fakkeenya itti aanutti, gaafatni gabateewwan lama keessaan kaa'a: "Meeshaa" dirree gabatee "Item_No" waliinii fi dirree gabatee "Dhiyeessitootaa" waliin. Dabalataan,gabateewwan lamanuu maqaa dirree waliinii "Supplier_No" qabu.

Ejjattoon kanaa gadii gaafata dhiyeessitoota hunda meeshaalee sadii ol kennan uumuuf barbaachisu.

  1. Gabatee "Meeshaa" fi "Dhiyeessitoota" saxaaxa gaafataatti galchi.

  2. Dirreewwan gabatee lamaan gidduu yoo walitti dhufeenyi akka kanaa jiraachuu baate "Supplier_No" walitti qabsiisi.

  3. Gabatee "Meeshaa" keessaa dirree "Item_No" lama cuqaasi.Sarara Fakshinii qabiyyee baafataa fayyadamii fakshinnii Lakka'i jedhu filadhu.

  4. Galchi >3 akka ulaagaatti fi dirreen mul'atu dhaamsi.

  5. Lama cuqaasi dirree "Supplier_Name" gabatee "Dhiyeessitootaa" keessaa fi fakshinii garee filadhu.

  6. Gaafata kaasi.

Yoo "Gatii"n (gatii meeshaa dhuunfaan) fi "Supplier_No" (meeshaa dhiyeessaaf) dirreen gabatee "Meeshaa" keessatti argama,gaafata itti aanuun jiddoommii gatii dhiyeessitootaa keennuu danda'a.

  1. Gabatee "Meeshaa" saxaaxa gaafataatti galchi.

  2. Lama cuqaasi "Price" fi dirree "Supplier_No".

  3. Sarara Fakshinii kakaasi fi jiddoommii fakshinii "Price" keessaa filadhu.

  4. Maqaa maqbiroof "Jiddoommii" itti galchi (mallattoo raajeffannoon alatti)

  5. Dirree "Supplier_No"f garee filadhu.

  6. Gaafata kaasi.

Baafata halqara ajajaa fi mallattoo kanaa gadii ni argamu:

Dalagaalee

Filannoo faankishiniif tarree agarsiisuuf ykn dhoksuuf.

Maqaa Gabatee

Maqaa gabateef agarsiisuuf ykn dhoksuuf.

Maqaa Maqbiroo

Maqaa maqbiroo agarsiisuuf ykn dhoksuuf.

Gatiilee Fageenya

Gaafataaf gatiilee fageenya qofa fayyadami. Inni kunis kan fayyadu galmee deetaa yeroo hedduu dirree filame of keessati qabuuf gargara. Yoo ajajni Gatiilee Fageenya jedhu kaka'e, galmee tokko qofa gaafata keessatti agarta (DISTINCT). Ta'uu baannan, galmee hunda ulaagaa gaafataatiin walgitu agarta (ALL).

Fakkeenyaaf,yoo maqaan "Smith" jedhu yeroo baay'ee teessoo kuusdeetaa kee keessatti yoo mul'ata ta'e, ajaja Gatiilee Fageenya jedhu filtee maqaan "Smith" jedhu gaafata keessatti altokko qofa akka mul'atu adda baasuu dandeessa.

Gaafata dirreewwan hedduu of keessaa qabuuf, akka bu'aan galmee murtaa'e irraa uumamuuf walitti dhufeenyi bu'aawwan dirreewwan kanaa adda ta'uu qaba.Fakkeenyaaf,yoo "Smith in Chicago" jedhu yaadannoo teessoo keessatti altokko qofa fi "Smith in London" al lama.Ajaja Gatiilee Fageenya jedhuun,gaafatni dirreewwan lamaan "last name" fi "city" fi bu'aa gaafataa "Smith in Chicago" altokkoo fi "Smith in London" altokko deebisa.

SQL keessaatti,ajajni kun tilmaama DISTINCT dhaan walgitan.

Timijii

Allows you to maximize the number of records with which query returns.

If there is added a Limit, you will get at most as many rows as the number you specify. Otherwise, you will see all records corresponding to the query criteria.

Haalota gingilchituu uumuu

Yeroo haalota gingilchituu uumnu,ogeejjiin adda addaa fi ajajoota ni jiraau.Ogeejjii quunnamtiin alatti,ajajni addaa SQL dirreewwan kuusdeetaa gaafata. Yoo ajajoota kana LibreOffice syntax, LibreOffice keessatti fayyadamte yeruma sana isaan kana gara caasima walgitutti jijjira.Kallattinis itti galchuu dandeenya.Gabateen armaan gadii waa'ee ogeejjii fi ajajaa ibsa kenna.

Ogeejjii

Hiika

haalliu ni quubsa yoo...

=

walqixa ta'a

... qabiyyeen dirree himannoo agarsiifame waliin tokko .

Opareetarrii =gaafata dirreewwanii keessaatti hin agarsiifamu.Yoo gatii ogeejjii malee galchite, ogeejjiin = yeruma sana fudhaama.

<>

walqixa miti

...qabiyyeen dirree himannoo adda bahe waliin wal hin gitu.

>

irra guddaa

...qabiyyeen dirree irra guddaa himannoo adda baheeti.

<

irra xiqqaa

...qabiyyeen dirree irra xiqqaa himannoo adda baheeti.

>=

irra guddaa ykn walqixa

...qabiyyeen dirree irra guddaa ykn walqixa himannoo adda baheeti.

<=

irra xiqqaa ykn walqixa

...qabiyyeen dirree irra xiqqa ykn walqixa himannoo adda baheeti.


LibreOffice ajaja

Ajaja SQL

Hiika

haalliu ni quubsa yoo...

DUUWWAA dha

DUUWWEE dha

duuwwee dha

... The value of the field is empty. For Yes/No fields with three states, this command automatically queries the undetermined state (neither Yes nor No).

DUUWWAA MITI

DUUWWEE MITI

duuwwaa miti

... dirreen duuwwaa miti.

FAKKAATA

(iddooqa * for any number of characters

placeholder ? for exactly one character)

FAKKAATA

(% placeholder for any number of characters

Iddoogoota _ arfii tokkoof qofa

inni miseensa

...dirreen deetaa himannoo agarsiifame of keessatti qaba.Iddoogootni (*) kan agarsiisu himannoon x ykn alqaba (*) irratti, dhuma (*x) ykn gidduu qabiyyee (*x*) tti akka argame ibsa. Gaafata SQL keessatti iddoogoota akka SQL% tti ykn kan beekamu akka (*)sirna faayilaa %[officename]iddoogoota walquunnamsiise.

Iddoogootni * ykn % kan dhaabatan arfiilee baay'eefi. Mallattoon gaaffii (?) LibreOffice walquunnamsiisu keessaa ykn murgadiin(_) gaafattoota SQL keessaa arfii tokko qofa bakka bu'uuf gargaara.

HIN FAKKATU

HIN FAKKATU

Inni miseensa miti

... maqaan dirree himannoo adda bahe of keessaa hin qabu.

GIDDUU x FI y

GIDDUU x FI y

gidduu [x,y] oola

... maqaan dirree gatii x fi y gidduutti argamu qabata.

GIDDUU x FI y MITI

GIDDUU x FI y MITI

Gidduu [x,y] tti hin argamu

...maqaan dirree gatii x fi y gidduutti hin argamne qabata.

(a; b; c...) KEESSAA

Yaadadhu buufatni xiqqaan akka adda baaftuutti tarreewwan gatii keessatti fayyada.

(a, b, c...) KEESSAA

a, b, c... of keessaa qaba

...maqaan dirree a,b,c,...Himannoon kamiyyuu adda bahu, fi bu'aan gaafataa walqabsiiftuu Ykn jedhuun adda baha. Himannoon a,b,c,...lakkofsota ykn arfiilee ta'uu danda'a

(a; b;c...) KEESSA MITI

(a, b, c...) KEESSA MITI

a, b, c... of keessaa hin qabu

...maqaan dirree himannoota a,b,c,... of keessaa hin qabu

= DHUGAA

= DHUGAA

bu'aa Dhugaa qaba

... maqaan dirree bu'aa dhugaa qaba.

= SOBA

= SOBA

bu'aa soba qaba

... maqaan dirree bu'aa soba qaba.


Fakkeenyawwan

='Ms.'

qabiyyee dirree "Ms." waliin maqaa dirree deebisa

<'2001-01-10'

returns dates that occurred before January 10, 2001

LIKE 'g?ve'

qabiyyee dirree akka "give" and "gave" waliin maqaa dirree deebisa.

LIKE 'S*'

qabiyyee dirree akka "Sun" waliin maqaa dirree deebisa.

GIDDUU 10 FI 20

maqaa dirree qabiyyeen isaa gidduu 10 fi 20 ta'e deebisa (Dirreewwan kun dirree barruu ykn lakkoofsaa a'uu danda'u).

(1; 3; 5; 7) KEESSAA

maqaa dirree gatiin isaa 1,3,5,7 ta'e deebisa. Yoo maqaan dirree lakkoofsa of keessaa qabaate, fakkeenyaaf, gaafata lakkofsa jedhame deebisuu uumu dandeessa.

('Smith') KEESSAA MITI

maqaa dirree kan "Smith" jedhu of keessaa hin qabne deebisa.


Fakkaata Cufiinsa Tarree: {escape 'escape-character'}

Fakkeenya: fili * Meeshaa irraa yoo ItemName akka 'The *%' {escape '*'}

Fakkeenyi kun bakka maqaan meeshaa itti jalqabu kan agarsiisu 'The *'. Kana jechuun amaloota akka iddoogootaatti hiikaman kan akka *,?,_,% ykn tuqaa barbaaduu dandeessa.

Walqaba Aloo Cufiinsa Tarree: {oj outer-join}

Fakkeenya: select Article.* from {oj item LEFT OUTER JOIN orders ON item.no=orders.ANR}

Gaafachuu dirreewwan barruu

Qabiyyee dirree barruu gaafachuuf, ibsoota lamaan eerata altokkee gidduutti galchuu qabda.Garaagarummaan qubee guddaa fi xiqqaa kan adda itti bahu kuusdeetaa ati fayyadamte irratti hundaa'eti. FAKKAATA, hiikan, qub-suukanaawaa (kuusdeetaan tokko tokkof ta'u illee itti hin dhiphain).

Gaafachuu dirreewwan guyyaa

Date fields are represented as #Date# to clearly identify them as dates. Date, time and date/time constants (literals) used in conditions can be of either the SQL Escape Syntax type, or default SQL2 syntax.

Date Type Element

SQL Escape syntax #1 - may be obsolete

SQL Escape syntax #2

SQL2 syntax

Guyyaa

{D'YYYY-MM-DD'}

{d 'YYYY-MM-DD'}

{D'YYYY-MM-DD'}

Yeroo

{D'HH:MM:SS'}

{t 'HH:MI:SS[.SS]'}

'HH:MI:SS[.SS]'

GUYYAAYEROO

{D'YYYY-MM-DD HH:MM:SS'}

{ts 'YYYY-MM-DD HH:MI:SS[.SS]'}

'YYYY-MM-DD HH:MI:SS[.SS]'


Fakkeenya: fili {d '1999-12-31'} world.years irraa

Example: select * from mytable where years='1999-12-31'

All date expressions (literals) must be enclosed with single quotation marks. (Consult the reference for the particular database and connector you are using for more details.)

Gaafachuu dirreewwan Eeyyee/Lakkii

Eeyyeen/Lakkii dirreewwanii gaafachuuf,

Haalojii

Ulaagaalee gaafataa

Fakkeenya

Eeyyeen

gabatee dBASE dhaaf: gatii kamiinu walqixa miti

=1 galmeewwan hundaa deebisa yoo dirreen Eeyyee/Lakkii haalojii "Eeyyeen" ykn "Banaa" (gurrachaan filama),

Lakki

.

=0 galmeewwan hundaa deebisa yoo dirreen Eeyyee/Lakkii haalojii "Lakki" ykn "Dhaamaa" (filannoo hin qabu)

Duuwwee

DUUWWEE dha

IS NULL kan deebisu galmeewwan hundaa kan dirreen Eeyyee/Lakki jedhu haala Eeyyeen ykn Lakki yoo qabaachuu baate (fajajaa filadhu)


Sajoo Yaaddannoo

Caasimni kan hundaa'u sirna kuusdeetaa fayyadamne irratti.Kan ati yaadachuu qabdu dirreen Eeyyeen/Lakki kan hiikamu qopha qophaatti (sirna 2 bakka 3)


Gaafattoota ulaagaa

Parameter queries allow the user to input values at run-time. These values are used within the criteria for selecting the records to be displayed. Each such value has a parameter name associated with it, which is used to prompt the user when the query is run.

Parameter names are preceded by a colon in both the Design and SQL views of a query. This can be used wherever a value can appear. If the same value is to appear more than once in the query, the same parameter name is used.

In the simplest case, where the user enters a value which is matched for equality, the parameter name with its preceding colon is simply entered in the Criterion row. In SQL mode this should be typed as WHERE "Field" = :Parameter_name

Sajoo Ofegannoo

Parameter names may not contain any of the characters <space>`!"$%^*()+={}[]@'~#<>?/,. They may not be the same as field names or SQL reserved words. They may be the same as aliases.


Sajoo Qaxxee

A useful construction for selecting records based on parts of a text field's content is to add a hidden column with "LIKE '%' || :Part_of_field || '%'" as the criterion. This will select records with an exact match. If a case-insensitive test is wanted, one solution is to use LOWER (Field_Name) as the field and LIKE LOWER ( '%' || :Part_of_field || '%' ) as the criterion. Note that the spaces in the criterion are important; if they are left out the SQL parser interprets the entire criterion as a string to be matched. In SQL mode this should be typed as LOWER ( "Field_Name" ) LIKE LOWER ( '%' || :Part_of_field || '%' ).


Parameter queries may be used as the data source for subforms, to allow the user to restrict the displayed records.

Naqa Ulaagaa

The Parameter Input dialog asks the user to enter the parameter values. Enter a value for each query parameter and confirm by clicking OK or typing Enter.

The values entered by the user may consist of any characters which are allowable for the SQL for the relevant criterion; this may depend on the underlying database system.

Sajoo Qaxxee

The user can use the SQL wild-card characters "%" (arbitrary string) or "_" (arbitrary single character) as part of the value to retrieve records with more complex criteria.


Haalata SQL

SQL kan bakka bu'u "Structured Query Language" fi ajajoonni akka of haaromsan ibsuu fi quunnamiilee kuusdeetaa bulchuu.

LibreOffice keessaatti waa'ee SQL beekuun gaafata hedduuf si hin barbaachiisu, lakkadda SQL galchuun waan sirra hin jirreef. Saxaaxa gaafataa keessatti yoo gaafata uumte, LibreOfficen yeruma sana ajajoota gara caasima SQL tti jijjiira. Yoo, gargaarsa qabduu Jijjiirraa Saxaaxa Mul'annoo Bani/Cufin, gara mul'annoo SQL tti jijjiirta, gaafata dura uumameef ajaja SQL arguu dandeessa.

Lakkaddaa SQL keessatti kallattiin gaafata kee uummachuu dandeessa. Hubadhu, garuu, caasimni addaa sirna kuusdeetaa ati itti fayyadamtu irratti hundaa'a.

Yoo lakkadda SQL hujeekaan galchite, gaafattoota addaa SQL kan walquummana giraaficaala Saxaaxa gaafata dhan hin deeggaramne uumuu dandeessa.Gaafattoonni kun raawwaatamuu kan qaban haalaa SQL beekamaniin ta'uu qaba.

Sajoo mul'annoo SQL keessaa cuqaasuun Ajaja SQL kallattiin kaasi, gaafata LibreOfficen hin hojjetamne uumuu dandeessa.