Maalimaa Masakaa Gurmeessi: Gurmuu Dirqalaa Uumi

Gurmuu dirqalaatiif asxaa ifteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Unka saxaxa keessatti Sanduuqa Garee sajoo kamshaa irratti hantuuttee fayyadami goodayyaa fuula dhumaa masaka irratti uumuf


Qabii kamtu gurmuu dirqalaa keetiif kennamaa?

Sanduuqa dirqalaatiif asxaa ifteessa. Asxaa sanduuqa gurmuu unka keessatti mul'ifaman gara fuulduraatti ni argita. Barruun ati asitti galchite amala Asxaa sanduuqa gurmuu wajjin walqabata.