Group Element Wizard: Field Values

Tokko tokkoon dirree dirqalaatti gatii wabii ramada.

Tarree dirreewwan dirqalaarraa dirree filiitiigatii wabii barbaachisu galchi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Unka saxaxa keessatti Sanduuqa Garee Sajoo kamshaa irratti hantuuttee fayyadami fi goodayyaa fuula 3 masaka irratti uumuf


Gatii kam tokko tokkoo dirqalatiif ramaduu barbaadda?

Dirree dirqalaa filatameef, lakkoofsa ykn barruu akka gatii wabiitti fili.

Dirreewwan dirqala

Dirree dirqalaa kan gatii wabii isaatiif ramaduu barbaadduu fili.