Masaka Miseensa Garee: Filannoo Dirree Durtii

Dirreen dirqalaa tokko akka filannoo durtiitti akka filatamu barbaaduu siif murteessa.

Yoo unka haalata fayyadamaatiin bante, qindaa'inootni durtii ni fudhatamu. Qindaa'inoota kanaan amala to'annaaHaalojii Durtii murteessita.

Ajaja kana bira gahuuf...

Unka saxaxa keessatti Sanduuqa Garee Sajoo kamshaa irratti hantuuttee fayyadami fi goodayyaa fuula 2 masaka irratti uumuf


Dirreen dirqalaa tokko akka durtiitti filatamuu qabaa?

Saanduqa dirqalaatiif, qindaa'inoota durtii qindeessuu barbaaduu fi dhiisuu kee ifteessa.

Eeyyee, kan armaan gadii:

Erga unka bantee booda dirree dirqalaa akka durtiitti akka filatamu barbaaduu kee ifteessa. Saanduqa irraa dirree dirqalaa filadhu.

Saanduqa tarree

Yeroo unka bantu, dirree dirqalaa akka durtiitti qabaachuu qabdu filadhu.

Lakki, dirreen tokko qofaan filatamuuf hin ta'u

Dirreen dirqalaa kamiyyuu filannoo durtii akka hin taane barbaaduu kee ifteessa.