Masaka Miseensa Garee: Deetaa

Dirroota dirqala kamtu saanduqa garee keessaati qabame ifteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Unka saxaxa keessatti Sanduuqa Garee Sajoo kamshaa irratti hantuuttee fayyadami fi goodayyaa fuula 1 masaka irratti uumuf


Maqoota kam dirroota dirqalaf kennuu barbaaddaa?

Moggaasa tokko tokkoo dirqala dirreef akka dhahametti ifteessa. Moggaasa dirqala dirree unka keessatti ilaalta. Galfanni kun amala Label filannnoo dirreetiin walitti dhufa.

Fudhu

>>

Confirms the current label and copies the label to the Option fields list.


Moggaasa tokko tokkoo dirree dirqalaaf kan garee kan uumuu barbaaddu saagi. Moggaasicha gara tarreetti garagalchi xiyya qabduu cuqaasuun.

Dirreewwan dirqala

Dirreewwan dirqala kan saanduqa garee keessatti dhuunfatame agarsiisi.

Haqi

<<

Dirreewwan dirqala filatame tarree irraa haqi.