HTML alergii - fuula 6

Maxxansaaf haalloota qindeessa.

Dhangeessuun barruu fakasaa ykn dhiheessa irraa argame. Yoo mallattoon saanduqa mirkaneessaFuula mataduree uumuhin goone, ykn yoo ofmaa ykn alergii tamsa'inasaphaphuu filatte, fuulli kun irra utaalame.

Ajaja kana bira gahuuf...

LibreOffice Kaasuu/LibreOffice Baafata Toleessaa Faayilii - Alergi HTML filadhu akaakuu faayilii Masaka fuula 6


Kaaya haalluu fili

Kaaya haalluu fi haalloota barruu fi duubbeef murteessa.

Galmee irraa kaaya haalluu fayyadami

Akkaataa galmee ammaa keessatti fayyade irraa haallota murteessa.

Haallota iyyaafataa fayyadami

Haalluu durtii iyya'aa saphaphuu mul'isaa fayyadami.

Kaaya haalluu maamiloo fayyadami

Wantoota dhiheessa tokko tokkoof haallota mataa kee qindeessuuf iyyama.

Barruu

BanaHaalluu qaaqa, haalluu barruu dhiheessaa iddoo filachuu dandeessu.

Geessituu

bana Color qaaqa, haalluu geessituu dhiheessaa iddoo filachuu dandeessu.

Geessituu ka'aa

Bana Color qaaqa, haalluu geessituu ka'aa dhiheessaa iddoo filachuu dandeessu.

Geessituu Imalamte

banaColor qaaqa, haalluu geessituu Imalamte dhiheessaa iddoo filachuu dandeessu.

Duubbee

Opens the Color qaaqa, haalluu duubbee dhiheessaa iddoo filachuu dandeessu.