HTML alergii - fuula 5

Naanna'insa islaayidoota dhiheessa keessaaf akkaataa qabduu qindeessa.

Yoo mallattoon saanduqa mirkaneessaFuula mataduree uumuhin goone, ykn yoo ofmaa ykn alergii tamsa'inasaphaphuu filatte, fuulli kun hin mul'atu.

Ajaja kana bira gahuuf...

LibreOffice Kaasuu/LibreOffice Baafata Toleessaa Faayilii - Alergi HTML filadhu akaakuu faayilii Masaka fuula 5


Akkaataa qabduu fili

Qabduu naanna'iinsaa dhiheessa kee keessa galchuu barbaaduu fi dhisuu kee ifteessa. Qabdoota haalata dabalataan filuu dandeessa.

Barruu qofa

Qooda qabduu geessituu barruu qofa galcha.

Dirree filannoo

Akkaattota qabduu argamanii agarsiisi. Filachuuf akkaataa qabduun irratti cuqaasi.