HTML alergii - fuula 4

Odeeffannoo fuula mataduree maxxansaa irratti agarsiifame ifteessa.

Fuula kana irra utaaluu dandeessa yoo mallattoo filannoo Create title page hin keenye, ykn yoo ofmaa filte ykn tamsa'inasaphaphuu, masaka fuula darbee keessaa.

Ajaja kana bira gahuuf...

LibreOffice Kaasuu/LibreOffice Baafata Toleessaa Faayilii - Alergi HTML filadhu akaakuu faayilii Masaka fuula 4


Fuula matadureef odeeffannoo

Barreessaa

Maqaa barreessaa maxansaa ifteessa.

Teessoo ergaa-e

Teessoo ergaa-e ifteessa.

Manatasaphaphuu kee

Manatasaphaphuu kee ifteessa. Geessituun maxxansaa keessa gala.

Odeeffannoo dabalaataa

Fuula mataduree irratti akka mul'atuuf barruu dabalataa ifteessa.