HTML alergii - fuula 3

Akaakuu saxaatoo fi qulqullina argii galtee ifteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

LibreOffice Kaasuu/LibreOffice Baafata Toleessaa Faayilii - Alergi HTML filadhu akaakuu faayilii gargaartu fuula 3


Save images as

Dhangii fakkaattii muteessi. Itti dabaltees gatii cafaqoo qindeessuu dandeessa.

PNG - dhangii saxaatoo saphqunnamtii kan baatamuu dandahu

faayeloonni akka faayeloota PNGiitti alergame. Faayeloonni PNG deetaa osoo hin gatin cafaqamuu, fi haalloota 256 ol qabaachuu danda'u.

Dhangii Waljijjirsa Saxaatoo - GIF

Faayoloonni akka faayeloota GIF tti alegamu. GIF osoo deetaa hin gatin cafaqamuu, fi haalluu olaanaa 256.

JPG - Dhangii faayelii cafaqame

faayeloonni akka faayeloota JPEGiitti alergame. Faayeloonni JPEG cafaqame, cafaqoo mijeeffame wajjini fi haalloota 256 ol qabachuu danda'a.

Qulqullina

Akkumsa cafaqoo saxaatoo JPEGii ifteessuu. Gatiin 100% qulqulina gaarii hangii deetaa guddaaf geeddara. Akkumsi 25% faayeloota xiqqoo qulqulina calaqqee gadaantee waliinii agarsiisa.

Rukkina torgii

Argii qiyaafannoof qulqulina qindeessi. Qulqulina filame irratti hundaa'uun, calaqqeen hammamtaa hir'teen agarsiifame. Hir'ina hanga 80% ifteessuu dandeessa hammamtaa xabboo irraa.

Qulqullina gad aanaa (piikseelii 640x480)

Hammamtaan faayelii xiqqaa ta'ee akka turuuf qulqullina gad aanaa filadhu, dhiheessota islaayidii baay'ee waliin illee

Qulqulina giddugaleessa (piikseelii 800x600)

Dhiheessa hammamtaa giddugaleessaaf qulqulina giddu galeessaa filadhu.

Qulqullina ol'aanaa (piikseelii 1024x768 )

Qulqullina ol'aanaa islaayidii agarsiifamef qulqulina ol'aanaa filadhu.

Alergii

Sagaloota alerguu yommuu islaayidiin olaane

faayeloonni sagalee kan akka taatee darbiinsa islaayidii alergameetti qindeeffaman ifteessa.