HTML Alergii - Fuula 2

Akaakuu maxxansaa murteessa.

Yoo goodayyaa dabalii, mata duree uumuu, ykn yaadannoo dhiheessaa mul'isuu barbaadde, ifteessuu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

LibreOffice Kaasuu/LibreOffice Baafata Toleessaa Faayilii - Alergi HTML filadhu akaakuu faayilii Masaka fuula 2


Akaakuu maxxansaa

Bu'uura qindaa'inaa alergii yaadameef qindeessa.

Dhangii HTML durtii

Fuula alergii irraa fuula durtii HTML uuma.

Goodayyoota durtii HTML wajjin

Fuula durtii HTML goodayyoota wajjin uuma. Fuulli alergii goodayyoo duraasaa keessa taa'a, goodayyoon gara bitaa gabatee baafattootaa akka unka geessituutti mul'isa.

Fuula mataduree uuma

Galmee keetiif fuula matduree uumi.

Yaadannoon kees mul'achuu isaa ifteessi.

Ofumaa

Dhiheessa durtii HTML akka alergii kiyooskiitti uuma, kan islaayidiin ofumaa ol'aanaa ta'u yeroo hamma ta'eef erga ifteeffameen booda.

Akka galmee keessatti ibsame

Darbiinsi islaayidii yeroo tokko tokkoo islaayidiif dhiheessa keessatti qindeessite irratti hundaa'a. Yoo darbiinsa fuula hujeekaa qindeessite, dhiheessi HTML fuula haaraa furtuu kamuu saddeeqa qubee kee irraa dhiibuun beeksisa.

Ofumaa

Fuulli darbiinsaa yeroo murtaa'ee dabreen booda ofumaan iddoo fudhatan qabannoowwn dhiheessaa irratti hin hundaa'u.

Yeroo mul'annoo islaayidii

Hamma yeroo islaayidii tokko tokkoo agarsiistuuf qindeessi.

Dhuma hinqabne

Erga islaayidiin dhumaa agarsiifameen booda dhiheessi HTML ofumaan deebi'ee jalqaba.

Tamsa'inasaphaphuu

Alergii Tamsa'inaSaaphapuu keessatti, barruun ofumaanii parlii wajjin ykn gargaarsa ASP'n madda. Kun dubbataa(fakkeenyaaf, dubbataa kulanoo bilbiltoo keessatti agarsiisa islaayidii interneettirraa fayyadamuun) islaayidii iyya'aa saphaphuu dhaggeefattootaa keessatti jijjiiruuf dandeessisa. Kutaa kana keessatti odeeffannoo baay'ee Tamsa'inasaphaphuuirraa barbaaduu dandeessa.

Fuula Kaadima Ka'aa(ASP)

Yommuu filannoo ASP filattu, alergiin tamsa'inasaphaphuu fuulota ASP uuma. Dhiheessan HTML kaadima saaphaapuu gargaarsa ASP qofaan dhibaafame.

Parlii

Fuula HTML fi barruu parlii uumuuf alergii tamsa'inasaphaphuun fayyadame.

URLii dhaggeeffatootaaf

Dheehessa ilaaluuf URLii(gonkaa ykn sadhaatawaa) mul'isaan galu ifteessa.

URLii dhiheessaaf

URLii (gonkaa ykn sadhaatawaa) ifteessi, iddoo dhiiheessi HTML uumamee kaadima saaphapuu irratti olkaa'ame.

URLii barruu perliif

Barruu parlii maddeef URLii (gonkaa ykn sadhaatawaa) ifteessi.

Odeeffannoo dabalataa Alergii Tamsa'inasaphaphuu irraatti

Teeknoolojii Tamsa'inasaphaphuu fayyadamuun dhiheessa LibreOffice Impireessi: Active Server Pages (ASP) fi Peerlii alerguuf filannoo lamatu danda'ama.

Sajoo Ofegannoo

Kamiiyyuu keessatti, Tamsa'innisaphaphuu parlii ykn ASPii akka barruutti dhibaasuuf kaadima HTTP barbaada. Kanaafuu, filannoon alerguu kaadima HTTP fayyade irratti hundaa'a.


Tamsa'inasaphaphuu ASP keessaa

Alerguu

Alergoota HTMLii adda addaa lamaaf galeeloo walfakkaataa hin fayyadamini.

Tamsa'inasaphaphuu ASP fayyadamuun

Akkuma faayeloonni alergeen kaadima HTTP irraa gaheen Tamsa'inasaphaphuu fayyadamuu dandeessa.

Fakkeenya:

Kompitara kee irratti kaadima odeeffannoo intarneetii maykirosoftii ijaarte jennee haayaadnu. Galeeloo "c:\Inet\wwwroot\presentation" akka galeeloo bahaa HTMLiitti galchite yeroo qindeessa IIS. URL kompitara kee akka "http://myserver.com"tti yaadame.

Dhaggeeffattoonni islaayidii dhiheessaan filatame URL http://myserver.com/presentation/webcast.asp. keessan ilaalu. Hanga maqaan faayelii hin beekamnetti, islaayidii URLitti argamutti siquu hin danda'an. Mee kaadimni HTTP caqasa galeeloo akka hin mul'isne dhugoomsi.

Parlii garmale Tamsa'inaSaphaphu

Alerguu

Tamsa'inasaphaphuu parlii fayyadamuun

Faayeloonni yeroo alergii uumaman dirqama amma parlii kaadima HTTP qindeessise keessatti qindaa'a. Kun ofumaan hin hojjatu sababiin isaa kaadimoonni HTTP adda addaa gargaarsa parlii akaakuu garaagara waan qabaniif. Dhawaatiin hordofamuu qabu kanatti aanee ibsama. Mee hujeeka kaadimaa kee ilaali ykn bulchaa saphqunnamtii kee gaafadhu akkamitti dhawaata kana kaadima kee irratti dalageessitu.

Amma Tamsa'inaSaphaphuu fayyadamuu dandeessa.

Fakkeenya:

Fakkeenya kana keessatti, kompitara linuuksii kaadima HTTP wajjin qabda. URLiin Kaadimaan HTML kee http://myserver.com fi galeeloo bahaan galmee HTMLi kee galeeloo //user/local/http/dha. Barruuwwan parlii kee galeeloo //user/local/http/cgi-bin/ keessatti qabamu. secret.htm akka maqaa faayelii alerguutti fi presentation.htm akka URLii dhaggeeffatootaaf galchi. Saanduqa barruu URLii dhiheessaf keessatti http://myserver.com/presentation/ galch. URLii barruuwwan parliif tiif http://myserver.com/cgi-bin/.

Yeroo tokko faayeloota parlii ijaaruu yoo xumurte, dhiheessaan dheheessa kennuu danda'a. Dhaggeeffattoonni dhiheessa kan URL http://myserver.com/presentation/presentation.htm.jalatti laaluu danda'u.