HTML Alerguu

Dhangii HTML keessati maxxansuu LibreOffice fakkii ykn LibreOffice Impireessi galmee qindeessuuf murteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

LibreOffice Kaasuu/LibreOffice Baafata Toleessaa Faayilii - Alergi "Galmee HTML" filadhu akaakuu faayilii, qaaqni ofumaan banama.


Wanta fuula lammaffaa masakiichaarraa filatee irratti hundaa'uun filannoonni mul'atan gargar ta'u.

Alergii HTML - Fuula 1

Fuula jalqabaarratti saxaxa jiru filachuu, yk haara uumuu dandeessa.

HTML Alergii - Fuula 2

Akaakuu maxxansaa murteessa.

HTML alergii - fuula 3

Akaakuu saxaatoo fi qulqullina argii galtee ifteessa.

HTML alergii - fuula 4

Odeeffannoo fuula mataduree maxxansaa irratti agarsiifame ifteessa.

HTML alergii - fuula 5

Naanna'insa islaayidoota dhiheessa keessaaf akkaataa qabduu qindeessa.

HTML alergii - fuula 6

Maxxansaaf haalloota qindeessa.

< Back

Gara fuula duraani irratti filataman irratti sideebisa. Qindaainootni amma akkuma ol kaa'amanitti taa'u. Erga ejjatoo gulaalli lamaffaa irra geessen booda qabduu kana filachuu dandeessa.

Next >

Qindaa'ina ammaa olkaa'a, akkasumas gara fuula itti aanutti siqsa. Qabduun kun qaaqa fuula dhumaa irratti hadoodaa ta'a.

Uumi

Galmeewwan haaraa akkaataa filannoo keetiitiin uumuutu,galmeewwan olkaa'a.

Sajoo Yaaddannoo

LibreOffice'n qindaa'inoota Masakaa ammaa olkaa'eetu, yeroo lammaffaaf yemuu ati masakiicha bantuu akka durtiitti itti fayyadama.