Unka Masakaa - Maqaa Qindeessi

Specifies the name of the form and how to proceed.

Ajaja kana bira gahuuf...

Unka UmuufMasakawwan fayyadami faayilii foddaa kuusaa deetaa cuqaasi.


Maqaa unkichaa

Maqaa unkichaa ifteessa.

unkicha waliin hojjedhu

Deetaa galchuu fi mul'isuuf unkicha ol kaaya akkasumas akka unka galmeetti bana.

Unkicha fooyyessi

Teessuma jijjiiruuf unkicha ol kaaya akkasumas gulaala halata keessatti isa bana.

Masakaa unkaa