Unkaa Masakaa - Haalatoota fayyadami
Haalata unkichaa ifteessa.
Haalatoota fayyadami
Unkichaaf fuula haalataa ifteessa.
Handaara dirree
Specifies the field border style.
Handaarri hin jiru
Dirrichi akka handaara hin qabne ifteessa.
3D ilaalcha
Handaarri dirrichaa akka ilaalcha 3D qabu ifteessa.
Baakkuu
Handaarri dirrichaa baakkuu akka fakkaatu ifteessa.