Unkaa Masakaa - Galfata deetaa qindeessi
Unkaa haaraatiif qabinsa halata deetaa adda baasa.
Inkichi deetaa haaraa galchuu qofaaf fayyada. Deetaan amma hin muliffamuu
Unkaa deetaa haaraa galchuuf fayyadu qofa uuma.
Unkichi deetaa hunda mul'isuuf
Unka deetaa amma jiru mul'isa akkasuumas deetaa haaraa galchuuf fayyadu uuma.
Fooyya'insa deetaa amma jiruuu hin hayyamiin
Gulaalinsi deetaa akka hin hayyamamne gochuuf fili.
Haqinsa deetaa akka hin hayyamamne gochuuf fili
Haqinsa deetaa akka hin hayyamamneef fili.
Dabalata deetaa haaraa hin hayyamiin
Deetaa haaraa dabaluun akka hin hayyamamne gochuuf fili.