Unka Masakaa - To'annoowwan Qindeessi

Fuula masakaa kanarra, unka teessuma uumame filachu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Unka UmuufMasakawwan fayyadami faayilii foddaa kuusaa deetaa cuqaasi.


Teessuma moggaasaa

Bitaatti hiriirsuu

The labels are left-aligned.

Mirgatti hiriirsuu

The labels are right-aligned.

Qindeeffama unka ijoo

Tarjawaa - asxaawwan bitaa

Aligns the database fields column-wise with the labels to the left of the fields.

Tarjawaa - asxaawwan Gubbarra

Aligns the database fields column-wise with the labels above the field.

Akka wardii deetaati

Aligns the database fields in a tabular form.

Garreewwan Keessa - Asxaalee armaan olii

Arranges the labels above the corresponding data.

Qindaayina unkaa xiqaa

Tarjawaa - asxaawwan bitaa

Dirreewwan kuusaa deetaa haala tarjaawwa ta'een asxaalee waliingara bitaa dirreewwanitti hiriirsa.

Tarjawaa - asxaawwan Gubbarra

Dirreewwan kuusaa deetaa haala tarjaawaa ta'een asxaalee waliin gubbaa dirreewwanitti hirirsa.

Akka wardii deetaati

Dirreewwan kuusaa deetaa haala gabateetin hiriirsa.

Garreewwan Keessa - Asxaalee armaan olii

Asxaaleee gubbaa deetaaleeti hiriirsi.

Unkaa Masakaa - Galfata deetaa qindeessi