Unkaa Masakaa - dirreewwan wal qabatan argadhu

Sadarkaa 2ffaa irratti, unkaa xiqqaa filannoo hujeeka dirreewwani irratti hundaa'un ijaaruuf yoo filatee turtee, dirreewwan walitti hidhaman fuula masaka kanarraa filachuu. dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Unka UmuufMasakawwan fayyadami faayilii foddaa kuusaa deetaa cuqaasi.


Dirree unkaa xiqqaa jalqaba walqabate

Sanduuqa tarree filateetti aane jiru keessa sanduuqa tarree dirree unkaa xiqqa kan dirree unkaa ijoon walqabate filadhu.

Unkaa dirree ijoo jalqaba walqabate

Sanduuqa tarree filateetti aane jiru keessa sanduuqa tarree dirree unkaa ijoo kan dirree unka xiqqaan walqabate filadhu.

Dirree unkaa xiqqaa lammaffaati walqabate

Sanduuqa tarree filateetti aane jiru keessa sanduuqa tarree dirree unkaa xiqqa kan dirree unkaa ijoon walqabate filadhu.

Dirree unka ijoo lammaffaati walqabate

Sanduuqa tarree filateetti aane jiru keessa sanduuqa tarree dirree unkaa ijoo kan dirree unka xiqqaan walqabate filadhu.

Dirree unkaa xiqqaa sadaaffaati walqabate

Sanduuqa tarree filateetti aane jiru keessa sanduuqa tarree dirree unkaa xiqqa kan dirree unkaa ijoon walqabate filadhu.

Unkaa dirree ijoo sadaaffaati walqabate

Sanduuqa tarree filateetti aane jiru keessa sanduuqa tarree dirree unkaa ijoo kan dirree unka xiqqaan walqabate filadhu.

Dirree unka xiqqaa arfaffaati waqabate

Sanduuqa tarree filateetti aane jiru keessa sanduuqa tarree dirree unkaa xiqqa kan dirree unkaa ijoon walqabate filadhu.

Dirree unka ijoo arfaffaati walqabate

Sanduuqa tarree filateetti aane jiru keessa sanduuqa tarree dirree unkaa ijoo kan dirree unka xiqqaan walqabate filadhu.

Unka Masakaa - To'annoowwan Qindeessi