Unkaa Masakaa - Unkaa xiqqaa dirreewwani daba

Gabatiichi ykn gaafatni barbaadduu akka unkaa xiqqaa uumuu fi qunnamtii dirree kamfa'aa akka unkaa xiqqaa keessuu barbaadduu ifteessi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Unka UmuufMasakawwan fayyadami faayilii foddaa kuusaa deetaa cuqaasi.


Gabateewwan yookin gaafatalee

Gabatiicha ykn gaafata unkaan xiqqaan uumamuufi qabu murteesaa.

Dirreewwan argaman

Lists the names of the data base fields in the selected table or query. Click to select a field or hold down the Shift or the key while you click to select more than one field.

>

Click to move the selected field(s) to the box that the arrow is pointing to.

>>

Click to move all fields to the box that the arrow is pointing to.

<

Click to move the selected field(s) to the box that the arrow is pointing to.

<<

Click to move all fields to the box that the arrow is pointing to.

^

Dirree filatamee galfata tokkoo ol tarriicha keessa sochoosuf cuqaasi.

v

Dirree filatamee galfata tokkoo gadi tarriicha keessa sochoosuf cuqaasi.

Dirreewwan unkaa xiqqaa kiyya keessaa

Dirreewwan xiqqaa haaraa hunda mul'isa.

Unkaa Masakaa - dirreewwan wal qabatan argadhu