Unkaa masakaa - Unkaa xiqqaa ijaari

Yoo unkaa xiqqaa fayyadamuu barbaadde fi amaloota unkaa xiqqaa galchuu barbaaddee ifteessi. Unkaa xiqqaan unkaa unkaalee biroo keessatti saagamuu dha.

Ajaja kana bira gahuuf...

Unka UmuufMasakawwan fayyadami faayilii foddaa kuusaa deetaa cuqaasi.


Unkaa xiqqaa dabali

Unkaa xiqqaa dabaluuf filadhuu.

Unkaa xiqqaa qunnamti amma jiru irrtti hundaa'ee

Unkaa xiqqaa qunnamti amma jiru irrtti hundaa'ee dabaluuf cuqaasi.

Qunnamti kam dabaluu barbaada?

Qunnamtiicha unkaan xiqqaan irratti hundaa'ee fili.

Unkaa xiqqaa filannoo hujeeka dirreewwani irratti hundaa'ee fili

Unkaa xiqqaa filannoo hujeeka dirreewwani irratti hundaa`ee dabaluuf cuqaasi.

Unkaa Masakaa - Unkaa xiqqaa dirreewwanii dabali