Unkaa Masakaa

Unkaalee uumuf masakiicha si'eessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Unka UmuufMasakawwan fayyadami faayilii foddaa kuusaa deetaa cuqaasi.


Sadarkaalee itti annan fayyadamuun amaloota unkaa fili:

Unkaa Masakaa - Filannoo Dirree

On this page of the Form Wizard, you can specify the table or query that you need to create the form as well as the fields that you want to include in the form.

Unkaa masakaa - Unkaa xiqqaa ijaari

Yoo unkaa xiqqaa fayyadamuu barbaadde fi amaloota unkaa xiqqaa galchuu barbaaddee ifteessi. Unkaa xiqqaan unkaa unkaalee biroo keessatti saagamuu dha.

Unkaa Masakaa - Unkaa xiqqaa dirreewwani daba

Gabatiichi ykn gaafatni barbaadduu akka unkaa xiqqaa uumuu fi qunnamtii dirree kamfa'aa akka unkaa xiqqaa keessuu barbaadduu ifteessi.

Unkaa Masakaa - dirreewwan wal qabatan argadhu

Sadarkaa 2ffaa irratti, unkaa xiqqaa filannoo hujeeka dirreewwani irratti hundaa'un ijaaruuf yoo filatee turtee, dirreewwan walitti hidhaman fuula masaka kanarraa filachuu. dandeessa.

Unka Masakaa - To'annoowwan Qindeessi

Fuula masakaa kanarra, unka teessuma uumame filachu dandeessa.

Unkaa Masakaa - Galfata deetaa qindeessi

Unkaa haaraatiif qabinsa halata deetaa adda baasa.

Unkaa Masakaa - Haalatoota fayyadami

Haalata unkichaa ifteessa.

Unka Masakaa - Maqaa Qindeessi

Specifies the name of the form and how to proceed.

Duuba

Filannoowwan qaaqa keessatti ejattoo duraa irratti uumaman mul'isi. Qabduun kun fuula lama irraa qofa kakkaafamuu danda'a.

Itti aanee

Qabduu itti aanee cuqaaasi, akkasumas masakichi haalataalee qaaqa ammee fayyadama sana booda gara eejjatoo itti aanutti fufa. Yoo eejattoo xumuraa irra jiraatte, qabduun kun Uumi ta'a.

Osoo fuuloota dabalataa hin deebisin unkiicha uumuuf cuqaasi.

Dhiisi

Dhiisi cuqaasuun jijjiirama wrramee tokkolee osso olhinkaaiin qaaqa cufa.