Masaka Ajandaa

Masakiicha jalqabuun akka qajojii ajendaa uumtuu si gargaara. Walgahi fi mariidhaaf matadureewwan marii murteessuuf agandaa fayyadamuu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Masaka - YayyabooFiladhu


LibreOffice'n fakkeenya qajojii ajendootaa kan akka feedhii keetif toluutti foyyeessuu dandeessu waliin masakiichii, qajojiiwwan galmee kan uuman teessummtaa fi saxaxi dirqootoota baayyee si laata. LibreOffice'n qajojiilee faaksii galmeewwani, kan fedhii keetif akka sif toluutti masakiichaan foyyeessuudandeessuu kunneen waliin mul'ata. Galmeen dusrsa ilaalii faaksii argame akkamitti akka xumurtu siif ibsa.

Masakiicha keessatti, galfata kankee yeroo barbaadeetti fooyyeessuu dandeessa. Fuuloota mara ykn fuuloota kana hunda dhisuu dandeessa, yeroo kana, qindaa'ini amma (durtii) hojii irra jira.

Ajendaa Masakaa - Fuula Saxaxi

Ajandiichaaf saxaxii fuulaa qindeessa.

Ajendaa masakaa - Odeeffannoo Waligalaa

Bara, guyyaa sa'atii,mataduree fi iddoo walgahichaa murteessa.

Ajandaa Masakaa - Irrantoowwan hammatamuu qaban

Irraantoowwan ajandaa keessa barbaaduu ifteessa.

Ajandaa Masakaa - Maqoota

Maqoota ajandaa irratti maxxanffamuu qaban murteessa.

Ajandaa Masakaa - Maalimoota Ajandaa

Qajojiicha ajandaa irratti matadureewwan maxxanffamuu qaban murteessa.

Ajandaa Masakaa - Maaqa fi Iddoo

Qajojiicha ajandaatiif mataduriichaa fi iddoo fili.

Duuba

Fillannota fuula duraani irrati filataman irratti deebisa. Qindaa'inni amma ni hojata. Qabduun kun fuula tokkooffaan booddatti qofa ka'aa ta'a.

Kan itti aanu

Masakiichii qindaa'inoota ammaa olkaa'tte gara fuula itti aanuuti darba. Erga fuula maayyii geessen boodatti, qabduun kun hin si'awu.

Xumuri

Filannoolee keetirratti hundaa`uun, masakiichii galmee qajojii uumeetti baxxee jabaa keetirratti olkaa'a. Qajojiicha irratti hundaa'uun galmeen haarofni iddoo hojii keessatti mul'ata, maqaa faayiliichaa jedhuu waliin "UntitledX"'n (lakkoofsa ofumaa kan jedhu bakka bu'a).

Dhiisi

Dhiisi cuqaasuun jijjiirama wrramee tokkolee osso olhinkaaiin qaaqa cufa.

Sajoo Yaaddannoo

LibreOffice'n qindaa'inoota ammaa akkaataa qajojii galmee filatameen maskiicha keessatti olkaa'a. Yemmuu masakiicha yeroo lammaffaaf ka'aa taasistuu kunnen immoo akka qindaa'inoota durtiitti fayyaduu.