Faaksii Masakaa - Maqaa fi Iddoo

Maqaa fi iddoo qajojiicha hiika.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Masaka - Faaksii - Maqaa fi QabannooFiladhu


Maqaa qajojii

Maqaa qajojii faaksiichaa galchi.

...

Xurree waligaalaa, maqaa faayiliicha kan qajojii faaksichaa dabalatee galchuuf ykn filachuuf cuqaasi.

Qajojii kana irraa faaksii uumi

Qajojii faaksiichaa ni uuma akkasumaas olkaa'a, kana booda qajojii kanarratti hundaa'un galmee faaksii haaraa bana.

Qajojii faaksii kanaatiif jijjiiramoota hujeekaa godhi

Qajojii faaksichaa bani akkasumaas olkaa'i, kan booda gulaala dabalataaf qajoojiicha bani.

Gara Faaksii masakaati Deemi