Faaksii Masakaa - Jaalantoo

Deetaa jalaantoo murteessii.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Masaka - Faaksii - JalaantooFiladhu


Jalaantoo

Barreeffamiicha iddoo jalaantoo keessatti maxxanffamuu qabuu murteessa.

Fuula lammaffaa qofarratti fi fuuloota ittiaanan irratti dabali

Jalaanticha,fuula tokkoffaa galmee faaksi ful-baayyee irratti argamu hacuuca.

Lakkoofsa fuulaa dabali

Iddoo jalaantoo keessatti lakkoofsa fuulaa maxxansa.

Gara Faaksii Masakaatti Deemi - Maqaa fi Iddoo