Faaksii Masakaat - Ergaa fi fudhataa
Faaksiichaaf odeeffannoo fudhataa fi ergaa ifteessi.
Teessoo deebi'adhaaf deetaa fayyadamaa fayyadami
Qajojii faaksichaa irratti, teessoodhaaf iddooqoota saaga. Booddee, galmee qajojii keessatti, deetaa dhugaa galchuuf iddooqicha cuqaasi.
Teessoo deebi'aa haaraa
Deetaa teessoo sanduuqoota barruu itti anan keessa saaguuf filadhuu. Deetiichiis akka barruu baratamootti galmee faaksiichaa keessatti sagama.
(Teessoo deetaa dirreewwanii)
Deetaa teessoo ergaa galchi.
Iddooqoota akka teessoo fudhataatti fayyadami
Qajojii faaksichaa irratti, teessoodhaaf iddooqoota saaga. Booddee, galmee qajojii keessatti, deetaa dhugaa galchuuf iddooqicha cuqaasi.
Makiinsa ergannoof, teessoo kuusaa deetaa fayyadami
Makiinsa erganoo booddeeraa kan galmee faaksiichaa waliini sanif dirreewwan kuusaa deetaa saaga.