Masaka

Xalayaalee firaa fi hojii, faaksiiwwan, ajanawwan, pirezanteeshiniiwwan, fi dabala uumun si qajeelcha.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Masaka


Xalayaa

Qajojii xalayaatif masakaa jalqabsiisa.

Faaksii

Faaksootaaf masakiicha bana. Galmee qajojiiwwani, galmeelee faaksiiti akka umtuu sigargaara. Yoo faaksiin ooftuu softiweerii jiraatee, kana booda galmeelee faaksii gara maxxafamuu.

Ajandaa

Masakiicha jalqabuun akka qajojii ajendaa uumtuu si gargaara.

Galmee jijjiirtuu

Galmeewwan gara dhangii OpenDocument XML, LibreOffice dhaan fayyadameetti garagalchuudhaan galmicha jijjiira.

Euroo jijjiirtuu

Converts the currency amounts found in LibreOffice Calc documents and in fields and tables of LibreOffice Writer documents into euros.

Teessoo madda deetaa

Masakaan kun yaadannoo teessoo jiru LibreOffice keessatti akka madda deetaatti galmeessa.