Ijaarsa G3

Kamshaan Ijaarsa G3, amaloota wantawwan G3 filatamanii too'ata.

Keessabaasaa banaa/ dhaamaa

Wantawwan filatamaniif galteewwan G3 banaa fi dhaamaa biliqissa.

Gadi Gomboobaa

Wanticha filatame digrii shaniin gara gadiitti gomboobsa.

Ol Gomboobaa

Wanticha filatame digrii shaniin gara oliitti gomboobsa.

Bitaa Gomboobaa

Wanticha filatame digrii shaniin gara bitaatti gomboobsa.

Mirga Gomboobaa

Wanticha filatame digrii shaniin gara mirgaatti gomboobsa.

Gadfageenya

Foddaa Gadfageenya Keessabaasichaa bana.

Select an extrusion depth.

Gadfageenya keessabaasaa tokko galchi.

Qixa

Foddaa Qixa Keessabaasichaa bana.

Qixa tokko fili.

Select a perspective or parallel extrusion method.

Ibsaa

Foddaa Ibsaa Keessabaasichaa bana.

Select a lighting direction.

Select a lighting intensity.

Barkaa

Foddaa Barkaa Keessabaasichaa bana.

Select a surface material or a wireframe display.

Halluu G3

Kamshaa Halluu Keessabaasichaa bana.