Qabeentoota - Matadureewwan Gargaartuu Ijoo
Dhamsawwan ijoo gargaartuu agarsiisa, ukaankaa taliigaa keessatti haaluma wal fakkaatuun qindeeffamu.
Ukaankaa cufaa banuuf akkasumas ukaankaalee xixiqqaa fi fuula gargaartuu agarsiisuuf lama cuqaasi.
Ukaankaa banaa cufuuf akkasumas ukaankaalee xixiqqaa fi fuula gargaartuu dhoksuuf lama cuqaasi.
Fuula gargaarsaa walfakaataa agarsiisuuf sajoo galmee lama cuqaasi.
Galfata gadkaayi fi mari akkasumas galmee banuuf, xiyya furtootaa furtuu deebii waliin makuun fayyadami.