Kasaa - Gargaartuu keessatti Jefuraa Barbaadi

lama cuqaasi.

cuqaasi.

Sanduuqa barruu keessattiJecha barbaadibarreesun mataduree tokkoof barbaaduu dandeessa

Yeroo jecha barbaadi barreessitu yoo qareen tarree kasaa keessa jiraate, agarsiisni gara walsimssiisa itti aanuutti darba.Sanduuqa barruu keessattiJecha barbaadiyeroo jecha barreessitu, tarree kasaa keessaa xiyyeeffannoon gara walsimsiisa wayyaa'aatti darba.

Sajoo Qaxxee

Barbaadni Kasaa fi barruu-guutuu yeroo hunda fayyadama ammee filatame LibreOffice irratti fayyadama. Fayyadama sirrii ta'e sanduuqa tarree fayyadamuun mul'isaa kamshaa gargaartuu filadhu.