Getting Support

Iddoola saphaphuu OpenOffice.org irra, support.openoffice.org gargaarsa argachuu nidandeessa.

Goolaba tajaajilawwan gargaarsa ammeetiif, faayilii Nadubisii, ukaankaa LibreOffice keessaa daawadhu.

Fuuloota gargaarsaa afaan naannoo

The LibreOffice localization projects offer support pages in local languages. Find an overview of the native language projects at www.libreoffice.org/community/nlc/. You can find help and support in English language on the LibreOffice website at www.libreoffice.org.

Tarreewwan ergannoo

Waa'ee OpenOffice.org gaafadhutii, ofiin duuloo irraa gargaarsa barbaadi, tarreewwan ergannoo matadureewwan gargaarsaa irratti marii godhu. Iddoola saphaphuu OpenOffice.org www.openoffice.org/mail_list.html irratti tarreewwan ergannoo waliigala fi addaa argachuu dandeessa.

Walga'ii

You can access web forums to ask and answer questions about LibreOffice. Choose menu Help – Get Help Online... to access the forum in your language.

Ittisa

Yeroo ati waa'ee ittisaa mosaajjii kana fayyadamuun waliin hojjettutti, dagaagsitoota tarree ergaa ummataa dev@openoffice.org tin qunnamuu dandeessa. Yoo fayyadamtoota biroo waliin dhimma babade mari'achuu feete, tarree ergaa ummataa discuss@openoffice.org fayyadamuun erguu dandeessa.

Naqadhu

OpenOffice.org baay'ee fooyya'aadownload.openoffice.orgnaqachuu dandeessa.

Galmeessa

You can download documentation as PDF files, how-tos, and guides from the LibreOffice documentation website at documentation.libreoffice.org. You can also access the documentation website choosing the menu Help – User Guides…

Hirmaadhuu fi deebisii kenni

Ummata addunyaa waliin OpenOffice.org keessatti hirmaannaa si'ataa qabaachuu yoo barbaadde, dubdeebii kennuuf, amaloota mari'achuuf, wanta dabaltaa gaarii kennuuf, FAQ keessatti barruu mataa kee barreessuuf, akkamitti, hujeekaan, irrabahii viidiyoo uumuuf anaa dhufu jedhamta.

Daawwadhu Iddoola saphaphuu galmeessa ykn Fuula jalqabaa wiikii fi hirmaattootaaf geessitoota duukaa bu'i.