Furtuuwwan Qaxxaamura waliigala LibreOffice keessaa

Sajoo Yaaddannoo

Furtuuleen qaxxaamura tokko tokkoo sirna minjaalee keef ramadame. Furtuuleen sirna minjaaleetiif ramadaman LibreOffice tiif hin argaman. Furtuulee adda addaa LibreOffice Meeshaalee - Maamileesi - Minjaalee, ykn sirna minjaalee keessatiif ramaduuf yaali.


Furtuuwwan Qaxxaamuraa fayyadamu

Irra guddaan dalaga fayyadama keetii kan dhihaacguu danda'u furtuuwwan qaxxaamuraa fayyadamuu dhaani. Fakkeenyaaf, furtuuwwan qaxxaamuraa seensa baafata Faayilii keessa Bani itti aanutti mul'ata. Furtuuwwan qaxxaamuraa fayyadamuun, yoo dalaga gahiinsaa barbaadde, dhiibiitii furtuu gaqqabi, ittaansuudhaan furtuu O dhiibi. Erga qaaqni mul'ateen booda furtuuwwan lachuu gaddhiisi.

Yemmuu fayyadama kee dalagdu, gidduu hantuuttee filuu ni dandeessa yookiin gabatee cuqoo akka fayyadamaawwan hunduu argaman.

Furtuwwan Qaxxaamuraa Qaaqa Too'annoo dhaaf fayyadamuu.

There is always one element highlighted in any given dialog - usually shown by a broken frame. This element, which can be either a button, an option field, an entry in a list box or a check box, is said to have the focus on it. If the focal point is a button, pressing Enter runs it as if you had clicked it. A check box is toggled by pressing the spacebar. If an option field has the focus, use the arrow keys to change the activated option field in that area. Use the Tab key to go from one element or area to the next one, use Shift+Tab to go in the reverse direction.

DHIISII dhiibuun jijjiirrawaan osoo hin kaa'in qaaqa cufa.

Furtuuwwan Qaxxaamura Gochawwan Hantuutteef

Yoo harkisuufi-kaa'uu fayyadamtu,hantuuttee waliin filuu yookin wantootaafi maqaalee cuqaasu dhaan furtuuwwan jijjiirraa fayyadamuu ni dandeessa. fi darbee darbee dalaggii dabalataa geessisuuf. Dalagawwan fooyya'an ni argamu yemmuu furtuuwwan gaqqabudhaan yeroo harkisni-kaa'i jijjiiruu unka qaree hantuutteetiin agarsiifamanidha. Yemmuu faayiloota yookin wantoota biroo filtu,furtuuwwan fooyyessaan filannicha dheeressuu ni danda'a dalagaawwan iddoo mijaa'etti ibsamu.

Dirreewwan Hojoomsa Barruu ciicataa

  1. Baafata halqaraa ajajawwan muraasa darbee darbee fayyade kan qabate banuu ni dandeessa.

  2. Use the shortcut keys +Shift+S to open the Special Characters dialog to insert one or more special characters.

  3. Barruu hunda filuudhaaf+A fayyadami. Filannoo haaquuf furtuu xiyya mirgaa yookin bitaa fayyadami.

  4. Jecha kana filachuuf lama-cuqaasi.

  5. Dirree ciicata barruu keessatti sadi-cuqaasuun diirree hundaa fila. Galmee barruu keessatti sadi-cuqaasuun hima ammeefe fila.

  6. +Del iddoo qarree irra wanta hundaa haaquuf gara dhuuma himaatti.

  7. fi furtuu xiyya bitaa fi mirgaa fayyadamuun qarreen jechaa irraa gara jechootaatti utaaluu danda'a dabalataanis yoo furtuu Jijjiirraa gaqqabdu,jechi tokko kan biroo boodaan ni filatama.

  8. SAAGNI haala saaguu giduuwalittii fi haalata barreeffamaa fi duubatti irra deeb'ii deebisi.

  9. Harkisuu-fi-kaa'umsafayyaduu kan danda'uu barruu sanduuqaa walinii fi isaan alatti.

  10. Furtuuwwan qaxxaamura +Z kan fayyadan yeroof gaabbii fooyyeewwanii ejjetoo tokkotiifi Barrichi haalojii jijjiirama jala qabaa duraan jiru qaba.

  1. LibreOffice has an AutoComplete function which activates itself in some text and list boxes. For example, enter into the URL field and the AutoComplete function displays the first file or first directory found that starts with the letter "a".

  2. Faayilootaa fi galee biroo keessaa marsuuf furtuu xiyyaa gadee fayyadami Galeeloo xiqqoo dirree URL keessatti duraan ture dabalataan agarsiisuf,furtuu xiyyaa mirgaa fayyadami.Yoo furtuu xumuuraa erga qaama URL galmee booda dhiibuun Ofiin xumuuraa hattamaa ni argama. Altokko galmee yookin galeeloo barbaaduf, Galchii dhibi.

Maakiroowwan Addaan baasuu

If you want to terminate a macro that is currently running, press +Shift+Q.

Tarreeffama Furtuuwwan Qaxxaamuraa waliigala LibreOffice keessaa.

The shortcut keys are shown on the right hand side of the menu lists next to the corresponding menu command.

Shortcut keys for controlling dialogs

Furtuuwwan Qaxxaamuraa

Galtee

Furtuu galchii

Qabduu xiyyeeffatme qaaqa keessaa kakaasa

Dhiisi

Gocha yk qaaqa xumura. Yoo Gargaarsa LibreOffice keessa: sadarkaa tokko ol deema.

Kablaiddoo

saanduqa filannoo isa qaaqa tokko keessatti xiyyeeffatame ceetaa'a

Furtuwwan xiyyaa

Too'annoo dirree damamaqaan dirqala keessa kan kutaa qaaqa jijjiira.

Caancala

Xiyyeeffannoo gara kutaa ittaanutti yookiin miciraan qaaqa keessaa dursa.

Jijjiirraa+Caancala

Xiyyeeffannoo gara kutaa duraanii yookiin miciraan qaaqa keessaa Sochoosa.

+Xiyya Gadii

Ibsa dirree too'annaa qaaqa keessatti amma filatame bana. Furtuuwwan qaxxaamuraa kunneen sanduuqawwan makaa qofatti kan faayya daman osoo hin taiin, qabduuwwan sajoo baafata pop-up waliin-furtuu dhiisi dhiibuun tarreeffama baname cufi.


Shortcut keys for controlling documents and windows

Furtuuwwan Qaxxaamuraa

Galtee

+O

Galmee bana

+S

Galmee ammeea kaa'a

+N

Galmee haaraa uuma.

+Shift+F

Opens the Templates dialog.

+P

Galmee Maxxansa.

+F6

Activates the Find toolbar.

+O

Qaaqa Argachuu fi Bakka buusuu waama.

+Shift+F

Jecha barbaaddu kan dhuma galee barbaada.

+O

+Shift+R

Mul'annoo galmee irra deebi'ee kaasa.

+Shift+F

Qaree filannoo barruu-dubbisuu-qofaa keessaa nidandeessisa yookiin hin dandeessisu.

+O

Gargaarsa: LibreOfficekeessaatti gara fuula ijoo gargaarsatti utaala.

+O

+O

Jijjiirraa+F2

Ajaja Dirriiraa fiixee ammee filatameef ibsa, sajoo yookiin too'annoo.

F6

Xiyyeeffannoo foddaa xiqqoo ittiaanu keessaa olka'a(fakkenyaaf,galmee mada mula'annoo deetaa)

Jijjiirraa+F2

Xiyyeeffannoo foddaa xiqqoo duraanii kessatti olka'a.

F10

baafata jalqabaa kakaasaa(Baafata Faayilaa)

Jijjiirraa+F10

Baafata haalqarichaa bana.

+F4 ykn +F4

Galmee ammee (LibreOfficecufa,yemuu yalmeen banaa dhumaa cufame)

+Q

Fayyadama keessa baasa.


Shortcut keys for editing or formatting documents

Furtuuwwan Qaxxaamuraa

Galtee

+Tab

Yeroo jalqaba irraantootti qubate,Caancalli ni saagama.

Galchi (yoo wanti OLE filatame)

Wanta OLE filatmee kakaasa.

Galchi(yoofakkiin wantaa yookiin barnuun wantaa filatame)

Barruu naqa Haalataa kakaasa

+X

Maalimawwan filataman mura.

+C

Tarreefama Maalimawwan filatamanii jalteessa.

+V

Dhaqqaba waraqaarraa maxxansa.

+Shift+V

Gabatee muraa irraa barruu hin dhangeeffamne maxxansa. Barruun kun dahangii akeekii saaggii irra jiruutin maxxasama.

+Shift+V

Maxxansa Addaa qaaqaa bana.

+A

Mara fila.

+Z

Gochadhuma hin hojjetu.

+M

Gocha dhumaa irra deebia hojjeta.

+Shift+Y

Ajajadhumaa irra deebi'a

+I

Amalli Mirgadaa bal'ina filatame fayyada. Yoo qareen jecha keessatti qubate, jechi kunis mallattoo mirgaadaa taasifama.

+B

Amalii Yabbuu bal'ina filatame fayyada yoo qareen jecha keessatti qubattee,jechi kun yabbuudhaan taa'a.

+U

Amalli Jalmuramee bal'ina filatamef fayyada,yoo qareen jecha keessaatti qubatee,jechi kun jalmurama.

Dhangii sirrii barruu filatame irraa haqa yookiin wantoota(akka Dhangii Duraantoo keessaa Dhaangessuu)


Furtuwwan Qaxxaamuraa kuusaa Faayaa keessaa

Furtuuwwan Qaxxaamura

Bu'aa

Caancala

Xiyyaa Olii

Jijjiirraa+Caancala

Bal'ina gidduu sochoosa(dubatti)


Furtuwwan qaxxaamura Dhaamsa Haarawwaa bal'ina keessaa kan kuussaa Faayaa:

Furtuuwwan Qaxxaamura

Bu'aa

Xiyya Olee

Filannoo gara gadiitti sochoosa

Xiyya Gadee

Filannoo gara gadiitti sochoosa.

+Enter

Amaloota qaaqa bana.

Jijjiirraa+F10

Baafata haalqaraa bana.

+U

Dhaamsa filatamee haaramsa.

+R

Qaaqa Mataduree Galchii qaaqaa bana.

+D

Dhaamsa filatamee haqa.

Saagi

Dhamsa haaraa saaga


Furtuwwan qaxxaamura bal'ina durraargii kuussaa Faaya keessaa:

Furtuuwwan Qaxxaamura

Bu'aa

Ka'umsa

Gara galfata jalqabaatti utaalchisa.

Xumura

Gara galfata xumuuraaraatti utaala. utaalchisa.

xiyya Bitaa

Maalima kuussa faayaa ittaanuu bitaa irraa irraa fila.

Xiyya Mirgaa

Maalima kuussa faayaa ittaanuu mirga irratti fila.

Xiyya Olee

Maalima kuussa faayaa ittaanuu olitti fila.

Xiyya Gadee

Maalima kuussa faayaa ittaanuu gadii fila.

Fuula Olee

Argii tokko ol mara.

Fuula Gadee

Argii tokko gadi mara.

+Shift+Insert

Wanticha filatamee akka wanta quunnasiisaa galmee ammee keessatti saaga.

+I

Baay'ifama Wanticha filatamee galmee ammee keessaatti saaga.

+T

Qaaqa Mataduree Galchii qaaqaa bana.

+P

Mul'annoo dhaamsawwani fi mul'annoo wantaa gidduu jijjiira.

Kablaiddoo

Mul'annoo dhaamsawwani fi mul'annoo wantaa gidduu jijjiira.

Galchi

Mul'annoo dhaamsawwani fi mul'annoo wantaa gidduu jijjiira.

Mul'annoo dhaamsawwani fi mul'annoo wantaa gidduu jijjiira.

Xumura guddaa duubatti jijjira.


Selecting Rows and Columns in a Database Table (opened by + Shift + F4 keys)

Furtuuwwan Qaxxaamura

Bu'aa

Kablaiddoo

Filannoo Tarree ceesisa, yemmuu tarreen quxaala haalata gulaalii keessa.

+Tab

Filannoo tarree ceesisa

Jijjiirraa+Kabalaiddoo

Tarajaa ammee fila

+PgUp

Qaree gara tarree jalqabaatti sochoosa

+PgDn

Qaree gara dhuma tarreetti sochoosa


Wantoota Fakaafamaniif furtuu qammaamuraa

Furtuuwwan Qaxxaamura

Bu'aa

Kamashaa F6 walinii fili. Sajoo kamshaa barbaadame filuuf, xiyya Gadii fi xiyya Mirgaa fayyadami+Enter

Fakkasaa Wantota Saa

Galmee +F6 wajjin filiitii Tab dhiibi

Fakkasa Wanta Fila.

Caancala

Fakkasa wantaatoo ittanu Fila.

Jijjiirraa+Caancala

Fakkasa wantoo duraanii fila.

+Home

Fakkasa Wantaa jalqabaa fila.

+End

Fakkasa Wantaa dhumaa fila.

Dhiisi

Filannoo Fakkas wantaa Xumura.

Dhiisi(Filannoo Haalata Qabannoo keessa)

Haalata Filannoo Qabannoo Baasi,gara Wanta Filannoo haalataatti deebisi.

Xiyya olee/gadee/bitaa/mirgaa

Qabxii filatamee sochoosi(dalagawwan arfii-gara-tarsaa yeroodhaaf hin danda'u,garuu qabxiiwwan xumuraa hanga).

+Up/Down/Left/Right Arrow

Fakkasa wanta filatamee piikseeli tokko sochoosa(Filannoo Haalata keessa)

Fakkasa Wantaa hangamtaa jijjiira(Haalata Filannoo Qabannoo keessaatti)

Fakkasa Wantaa naannessa(Marsaa Haalata keessaatti)

Amaloota qaaqa Fakkasa Wantaaf bana.

Qabxii Filannoo haalata fakkasa wantaaf kakaasa.

Kablaiddoo

Qabxii fakkasa wantaa (Qabxii Filannoo haalata keessa) / Filannoo balleessa.

Qabxiin filatamee seekondiitti al tokko ibsata.

Jijjiirraa+Kabalaiddoo

Qabxii dabalataa kan filannoo haalata keessaa fili.

+Tab

Qabxii fakkasa wantichaa ittaanuu fili(Qabxii Filannoo Haalata)

Marsaa haalata keessaatti, handhuurri marsaa filatamuu ni danda'a.

+Shift+F

Qabxii faakkasa wantichaa duraanii fili(Qabxii Filannoo Haalata)

+Enter

Fakkasa wantaa haaraa ,hammamtaa duraantoo waliin handhuura mul'annoo ammee keessaatti kaa'ameera.

+Enter sajoo filannoo irratti

Fakkasa wantaa jalqabaa galmee keessaa kakaasa.

Dhiisi

Qabxii filannoo haalataa gadhisi. Fakkasani wantichaa sana booda ni filatama.

Qabxii fakkasa wantaa gulaaluuli (Qabxii Gulaali Haalata)

Barruu kamiyyuu yookin furtuu lakkoofsaa

Yoo fakkasni wantaa filatamee haalata gulaaluuf fi qaree dhuma barruu fakkasa wantichaa keessa olkaa'a. Arfiin maxxanfamuu danda'uu ni saagama.

Furtuu yommuu wanta saxaatoo uumtuu fi guddistu

Iddoo handhuura wantichaa dhaabataadha.

Furtuu jijjiirraa wayita caatoon wantaa uumamu yokin guddatu

Qabxii bal'inaa gara dheerinaa wantichaa dhaabataadha.