Bobboca mallatoolee

Kamshaa bobboca mallattoo saxatoowwan gara galmee saaguu dandeessu irraa bana.

Ajaja kana bira gahuuf...

Sajoo

Boboca Mallattoo


Sajoo mallattoo kamshaa bobbocaa irra jirtu cuqaasi, akkasumas boca fakkasuf galmee keessatti harkisi.

Sajoo Yaaddannoo

Bobbocni tokko tokko qabannoo addaa kan amaloota bocaa jijjiiruf harkisu dandeessisan qabu. Qareen hantuutee qabannoowwan addaa kanarraa mallattoo akka qabnu taasisa.