Image Filter Bar

This icon on the Image bar opens the Image Filter bar, where you can use various filters on the selected picture.

Sajoo

Gingilchaa

Faallessi

Gatiiwwan halluu calaqqee halluuwwanii faallessa, or gatii ifiinsa calaqqee saxxiillaa. Deebitee taatee faallessuuf footutti fayyadami.

Sajoo

Faallessi

Leelaa

Footuu xiqqo dabarsittutti fayyadamuun calaqqee leelchi ykn sharkakkeessi.

Sajoo

Leelaa

Qaramiinsa

Footuu haalan dabarsatti fayyadamnee calaqqee qaruu dandeenya.

Sajoo

Qaramiinsa

Waca Haqi

Footuu qunnamtitti fayyadamuun waca haqi.

Sajoo

Waca Haqi

Soolaraayzeeshinii

Soolaraayzeeshinii ibsuuf qaaqa bana. Soolaraayzeeshinii kan mul'isu taatee weyta ifaan guddaan yeroo guddina footoo maal akka fakkatu agarsiisa. Halluuwwan walakkaa fuggifamoo ta'a.

Sajoo

Soolaraayzeeshinii

Ulaagaalee

Digrii fi gosa Soolaraayzeeshinii ifteessa.

Gatii tireeshi hoolderi

Digrii ifiinsa parsantaan, piikseelota solareeffamaa irra jiran ifteessa.

Faallessi

Pikseelii hunda faallessuuf dandeessisa.

Dulluma

Pikseelonni marri gara gatii saaxillatti qindeeffama, akkasumas karaawwan haluu magariisa fi cuquliisaa hammamtaa ibsiteen hir'ifama. Karaa diimaan hin jijjiramu.

Sajoo

Dulluma

Digii Dullumaa

Cimina dullumaa, dhibbeentaan ibsa. %0 tti gatiiwwan saaxxillaa pikseelota maraa ilaaluu dandeessa. %100 karaa halluu diimaa qofatu hafa.

Poosteeraazii

Lakkoofsa halluuwwan poostessaa tilmaamuf qaaqa banaa. Taaten kun hir'ina lakkoofsa halluuwwanii irratti hundaa'a. Phootoo fakkaastuwwan fakkeessa.

Sajoo

Poosteeraazii

Halluuwwan Poostessaa

Lakkoofsa halluuwwanii calaqqeen itti hir'ifamtu.

Faayoo olbaasi

Calaqqee gara dhangii faayoo olbaasitti jijjiiri.

Sajoo

Faayoo olbaasi

Charcoal Sketch

Displays the image as a charcoal sketch. The contours of the image are drawn in black, and the original colors are suppressed.

Sajoo

Charcoal Sketch

Relief

Displays a dialog for creating reliefs. You can choose the position of the imaginary light source that determines the type of shadow created, and how the graphic image looks in relief.

Sajoo

Relief

Madda Ifaa

Iddoo madda ifaa ibsa.Tuqaan madda ifaa bakka bu'a

Moozaayikii

Gareewwan xiqqaa peeksiilii bal'ina reektaangilii halluu walfakkaataa qabaniin walqunnamsiisa. The larger the individual rectangles are, the fewer details the graphic image has.

Sajoo

Moozaayikii

Qulqullinq maalimaa

Lakkoofsa pixseloota rektaangiloota wajjiin wal qabatan ibsa

Yabbina

yabbina daltuuli tokko tokkoon ifteessa.

Olee

Defines the height of the individual tiles.

Qarqara Guddaa

Guddina, or Qaramiinsa,qarqara wantaa.