Haalata Saagi

Displays the current insert mode. You can toggle between INSRT = insert and OVER = overwrite.

Dirree haalata ceetuu keessa cuqaasi (Bu'ura IDE LibreOfficekeessatti malee, iddoo haalata Saaguu kaka'aa ta'e qofatti).

Haalata

Firii

SAAGI

Haalata saaguu keessatti, barruun haaraan iddoo qaretti saagama akkasumas barruun asii gadii gara mirgatti jijjiirama. Qareen akka sarara sarjatti mul'ata.

IRRA

Haalata irrabaa keessatti, barruun argaman kamiyyuu barruu haaraan bakka bu'a. Qareen akka sarara sarjaa furdatti mul'ata.