Madda HTML

Displays the source text of the current HTML document. This view is available when creating a new HTML document or opening an existing one.

Ajaja kana bira gahuuf...

Mul'annoo - Madda HTMLFili

Galmee HTML keessaa baafata halqaraa bani

Sajoo

Madda HTML


Madda haalata HTML keessatti, laaluu fi gulaaluu iyyaatooHTMLni dandeessa. Galmee akka galmee barquutti olkaa'i. Galmee akka HTML tti agarsiisuf fuufaa .html ykn .htm ramadi.