Filannoo

Wantoota galmee ammee keessaa filuuf dandeessisa.

Sajoo

Filannoo

Wanta filuuf, wanta xiyyaan cuqaasi. Wanta tokkoo ol filuuf, wantoota naannoo goodayyaa filannoo harkisi. Wanta filannotti dabaluuf, Jijjiiraa gadqabi, akkasumas wanta cuqaasi.

wajjiin haquu dandeessa.