Gabateewwan dabali

Qaaqa Gabatee Dabalaa keessaa, gabatee barbaadde hojii ammeef fili. Weyta galfata ykn galfata gabatee haaraa uumnu, gabatee galfata ykn dhiheessi gabatee agarsiisu walsimu filuuf. Weyta kuusaalee deetaa firummaan hojjatu, gabateewwan firummaa giddutti barbaaddu ijaaruf fili.

Gabateewwan fooddaa addabahaa wixinee galfataa ykn fooddawwan firummaa keessatti argamu, tarree dirreewwan gabatee keessatti argaman wajjiin saaga.

Ajaja kana bira gahuuf...

Fooddaa faayilii kuusaa deetaa keessaa, sagoo gabatee cuqaasi. Saaguu - Gabatee Saxaxaa yookin Gulaala - Gulaalafiladhu


Gabatee

Maqaa gabteee

Gabateewwan argame tarreessa. Gabatee saaguf, tarree keessa tokko fili akkasumas Dabalijedhu cuqaasi. Maqaa gabatee lama cuqaasu dandeessa, akkasumas fooddaa dirreewwan gabatee wixinee galfataa gara gubbatti ykn fooddaa firummaa qaban mul'isa.

Dabali

Gabatee ammee filame saaga.

Cufi

Qaaqa Gabatee Dabalaa cufa.