Galfata Ka'aa

Galfata SQL kaa'a akkasumas firii galfata mul'isa. Dalagni Galfata Ka'aa galfata ol hin kaa'u.

Dalagni Galfata Ka'iinsaa galfata raggaasisuuf hayyama. Weyta galfata olkaanye, fuula cancalaa Galfata keessatti kuusa.

Sajoo Qaxxee

Galfata kabala baafata fooddaa wixinee galfata ka'iinsa Mul'annoo - Durargii fili.


Sajoo

Galfata Ga'iinsaa