galuumsota, muudanoota fi sarjaawwan qindeessi

Galuumsota fi mudanoota keewwata ammee, ykn keewwatoota filaman mara, hantuuteen fayyadamanii ibsuu dandeessa.

Yoo fuula sarjaawwanitti murte, ykn qareen goodayyaa barruu sarjaa baay'ee qabata, yabbina sarjaa fi eddoo sarjaa sarartuurraa hantuuteen harkisuun jijjiiruu dandeenya

Weyta wanta, calaqqee, ykn wanti fakkaasamu filame, daangaalee wanta sarartuu keessaa ilaaluu dandeessa. Daangaalee sarartuurraa hantuuten harkisuun jijjiiruu dandessa.

Yoo qareen man'ee gabatee keessa qabate, Galuumsota qabeentota man'ee safartuu hantuuteerraa harkisuun jijjiiruu dandeenya. Sararota daangaa gabatee sarartuurraa ykn sarara daangaa dhugaa harkisuun jijjiiruu dandeenya.

Sajoo

Sajoon kun galuumsa bitaa sarara jalqaba keewwata ammee ( tiraangilii irraa) akkasumas galuumsa bitaa sarara keewwata biroo ( tiraangilii jalaa) mallatteessa.

Sajoo

Sajoon mirga sarartuu kun galuumsa mirgaa keewwata ammee mallatteessa.

hojii

Adeemsa

Galuumsa bitaa qindeessi

Weyta qabduu hantuutee gadqabdu mallattoo jala bitaa gara mirgaa harkisi

Galuumsa bitaa sarara jalqabaa qindeessi

Weyta qabduu hantuutee gadqabdu mallattoo gubbaa bitaa gara mirgaa harkisi

Galuumsa mirgaa qindeessi

Weyta qabduu hantuutee gadqabdu mallattoo mirgaa gara bitaa harkisi


Sajoo Qaxxee

In order to change the left indent starting with the second line of a paragraph, hold down the key, click the triangle on the bottom left, and drag it to the right.


Sajoo Yaaddannoo

Weyta keewwata galuumsinu cancalloonni qindaa'e hin jijjiiramu. Yoo cancaloonni keewwata mudanoota alaa xumuru qindeessa, turanii hin mul'atan, garuu hanga ammaa jiraata.