Cancaloota qindeessi

Sarartuu irratti, cancaloota keewwata ammee qindeessa, ykn keewwatoota filaman mara, hantuuteen fayyadami.

Jalqabuma cancaloota sarartuu surdalaa irratti mul'isa. Takka cancala qindeessinaan, cancalota durtii gara mirga cancala qindeessine argame qofa dha.

Dhaabataalee Caancalaa Saaguu fi Gulaaluu