Madda deetaa akka gabatee

Weyta unkaa mul'annoo keessaa, gabatee dabalataa kaafnu. Dalaga Madda deetaa akka gabatee kaka'e, gabatee bal'ina unkaa olii keessatti ilaaluu dandeessa.

Sajoo

Madda deetaa akka gabatee

Gabatee fi unkaa mul'annoo deetaa walfakkaatu calaqqisa. Jijjiiran gabaterratti uumame unkaa keessatti mul'ata, akkasumas jijjiiran unkaa gabatee keessatti mul'ata.

Yoo unkaawwan yaayaa baay'en galmee keessa jiraate, gabateen yerotti si'a tokko qofa mul'isuu danda'a.