Gingilchaawwan unkaa irratti hundaa'e

Kaadimni kuusaa deetaa, deetaa mul'ataa ulaagaalee ibsamee gingichuuf kaasa.

Barbaacha baratamoo kan hin fakkaanne, sajoo Kuusaa Barbaadin kaka'e kabala Unkaairraa, Gingilchaa unkaa bu'ureffate fayyadamne saffisaan guddaan barbaaduu dandeenya. Yeroo mara kaadimni kuusaa deetaa saffinaa barbaachan guutama. Akkasumas, haalawwan barbaachaa baay'ee xaxamaa galchuu dandeenya.

Sajoo

Gingilchaawwan unkaa irratti hundaa'e

Gingilchaa Unkaatiin Barbaaduu