Ogeejjiiwwan madaalchisaa
The following comparative operators can be set under
in the dialog.
Comparative operator |
Galtee |
Walqixq (=) |
Gatii haala walqixaa mul'isa. |
Irra xiqaa (<) |
Gatii haala irra xiqqaa mul'isa. |
Irra guddaa (>) |
Gatii haala irra guddaa mul'isa. |
Irra xiqqaa ykn walqixa (< =) |
Gatiilee haala irra xiqqaa ykn walqixaa mul'isa. |
Irra guddaa ykn walqixa (> =) |
Gatiilee haala irra guddaa ykn walqixaa mul'isa. |
Walqixa miti (< >) |
Gatiiwwan haala walqixa miti. |
guddaa |
Gatiiwwan N guddaa (gatii lakkoofsa akka arfiitti) agarsiisi. |
Xiqqaa |
Gatiiwwan N xiqqaa (gatii lakkoofsa akka arfiitti) agarsiisi. |
% guddaa |
Ida’ama gatiiwwan guddaa N% (gatii lakkoofsa akka arfiitti) agarsiisi. |
% Xiqqaa |
Wamaraa gatiiwwan xiqqaa N% (gatii lakkoofsa akka arfiitti) agarsiisi. |